Waajjira Bulchiinsa Aanaa Dadar

Waajjira Bulchiinsa Aanaa Dadar Deder

26/05/2025
29/08/2024
29/08/2024
  ⁉️Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti Muudamni Caaseeffama Haarayaa Ifoomee jira. 1️⃣🆕️Muudama Koree Qindeessituu Aa...
29/08/2024

⁉️
Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti Muudamni Caaseeffama Haarayaa Ifoomee jira.

1️⃣🆕️Muudama Koree Qindeessituu Aanaa_Dadar

1.Obbo Mahammad Ramadaan Mumad - Bulchaa Aanaa
2.Aadde Temima Ahmed Abker - I/G paartii
3. Dr.Ibsaa Abrahim Umar - I/A Bulchaa
4.Obbo Iliyaas Mohammad Usmaan - I/G siyaasa
5.Obbo Worku Kifle Zewdu - I/G ijaarsaa

2️⃣✅️🆕️ Itti Gaafatamtoota Sektaroota Aanaa Dadar

1.Obbo Seyfuddiin Abdurahman Itti Gaafatammaa Wajjira Bulchiinsa
2.Obbo Jamal M***a I/G Waajjira Barnootaa
3.Obbo Mohammed Abrahim Hassen I/G Waajjira Fayyaa
4.Aadde Faiza shaam I/G Waajira Daldalaa, CHU fi Investmentii
5.Aadde Karimaa Mahammed I/G Waajjira Gurmaa'insa ummtaa
6.Aadde Aqilima Adam sule I/G Waajjira Buusaa Gonofaa
7.Obbo Abdi Idris I/G Waajjira Bishaanii, Albuuda fi Inarjii
8.Obbo Amaan said Faantaa I/G Waajjiraa Maallaqaa
9.Obbo Ahmad Sadik Hassen I/G Waajjira Daandii fi Loojistikii
10.Obbo Asad Nuure ibro I/G Waajjira Galii
11.Obbo Abdi Abdullaa tti Gaafatamaa Waajjira Nagaa fi Milishaa
12.Aadde Badriyaa Hassan Itti Gaafatamtuu Af-yaa’iin Aanichaa Tahuun Muudamanii jiru.

Muudamtoota Hundaan Bara Hojii Gaarii Isiniif haa Tahu jannaan.

  Fayyadamummaa Ummataa  fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf Muudamni  Aanaalee 21 fi Bulchinsa Magaalotaa 2 irr...
29/08/2024

Fayyadamummaa Ummataa fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf Muudamni Aanaalee 21 fi Bulchinsa Magaalotaa 2 irratti bifa haaraan gaggeeffame Hagayya 23/2016 akka asii gadii kanatti ifoomeera.
=== */////* ===

*Aanaa Fadiis*
1 ) Soozit Mahammad Ibroo - Bulchaa Aanaa
2 ) Gaashaw Zallaqaa Ashrafuu - I/G paartii
3 ) Abdii Ammee Hassan - I/A Bulchaa
4 ) Huzeyfaa Muktar Mahammad - I/G siyaasa
5 ) Ahmed Mahammed Usmael - I/G ijaarsaa

*Aanaa Midhagaa*
1 ) Abdii Abrahim Ahamd - Bulchaa Aanaa
2 ) Ababaa Lammii Dabaloo - I/G paartii
3 ) Usma'il Yusuf Mahammad - I/A Bulchaa
4 ) Anisaa Isaaqoo Abdi - I/G siyaasa
5 ) Zuwaliyan Mahammad Yuyyaa - I/G ijaarsaa

*Aanaa Kombolchaa*
1 ) Nuraddin Abraahim Bakaro - Bulchaa Aanaa
2 ) Amaan Ibraahim Dhaqqaboo - I/G paartii
3 ) Dr. Jamaal Jaabir Yuusuf - I/A/Bulchaa
4 ) Adam Aliyyii Muussaa - I/G Siyaasaa
5 ) Boontuu Ahamad Mahammad - I/G/Ijaarsaa

*Aanaa Haramayaa*
1 ) Taajir Mumad Hassan - Bulchaa Aanaa
2 ) Maruwan Mahamed Mumad - IG Paartii
3 ) Mahammad Bakrii Ahmad - IA Bulchaa
4 ) Jamaal Kamaal Abrahim - I/G siyaasa
5 ) Beeytuu Abdurazaaq Abrahim - IG Ijaarsaa

*Aanaa Qarsaa*
1 ) Mikail Mahammad Ahmad - Bulchaa Aanaa
2 ) Mahammaddiin Suufii Abrahimee - I/G paartii
3 ) Badhaasaa Abduramaan Abdii - I/A Bulchaa
4 ) Mahammad Abdallaa Alishoo - I/G siyaasa
5 ) Abdusabuur Mahammad - I/G ijaarsaa

*Magaalaa Babbilee*
1 ) Ahmednajjash Abduraman Mummad - Kantiibaa
2 ) Malikaa Mahamad Adam - IG Paartii
3 ) Feesal Aliyyi Ahmed - I/A Kantibaa
4 ) Fooziya Mahammed Ali - I/G siyaasa
5 ) Maruuf Abdujabbar - IG Ijaarsaa

*Aanaa Babbilee*
1 ) Nuuree Mohammed Hassaan - Bulchaa Aanaa
2 ) Kaliifaa Gaarii Yuuyyaa - IG Paartii
3 ) Dr Jamaal Mahamuud Aadam - IA Bulchaa
4 ) Xayyib kaliif - I/G siyaasa
5 ) Mubaarak Abdii

Koree Qindeessituu Aanaa Dadar1.Obbo Mahammad Ramadaan=Bulchaa2.Adde Tamiimaa Ahammad =I/G Paartii 3. Dr Ibsaa Abraahim=...
29/08/2024

Koree Qindeessituu Aanaa Dadar
1.Obbo Mahammad Ramadaan=Bulchaa
2.Adde Tamiimaa Ahammad =I/G Paartii
3. Dr Ibsaa Abraahim=I/A Bulchaa fi I/G Waajjiira Qonnaa.
4. Obbo Iliyaa mahammad=I/G Siyaasa
5. Obbo Warquu kiflee=I/G Ijaarsaa tahuun muudamanii jiru.
Mahaandisoota Jijjiiramaa, Gootota Misoomaa Bara Hojii Gaarii Isiniif Haa Tahu.

Address

Deder/Harar Highway
Deder
015

Telephone

+251921847461

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Bulchiinsa Aanaa Dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Bulchiinsa Aanaa Dadar:

Share