Rame Sham

Rame Sham For All Say Allah! Rame Sham is the best man have intelligent
(1)

  maal nu godhe,  nu miidhe muka keenya isa jallate jedhe   jigan jedha
12/05/2026

maal nu godhe,
nu miidhe muka keenya isa jallate jedhe
jigan jedha

  of mara jedhe boofni
11/05/2026

of mara jedhe boofni

👑   kee eenyummaa keerraa bari.​🛡️  hunda biratti fudhatama argachuuf hin carraaqin; ofii keetiif amanamummaa qabaachuun...
08/05/2026

👑 kee eenyummaa keerraa bari.

​🛡️ hunda biratti fudhatama argachuuf hin carraaqin; ofii keetiif amanamummaa qabaachuun hunda caala! 🤫💎

  kee harka kee jira; namas hin tuffatin, ofis hin tuffatin! 🌍​🔺️ 'a jabaadhu, boru boqodhu.💪⏳
08/05/2026

kee harka kee jira; namas hin tuffatin, ofis hin tuffatin! 🌍

​🔺️ 'a jabaadhu, boru boqodhu.💪⏳

🔺️  bakka namni si argu qofa osoo hin taane, bakka namni si hin arginittis nama qajeelaa ta’uudha.🔸️  dandeettiidha, gar...
08/05/2026

🔺️ bakka namni si argu qofa osoo hin taane, bakka namni si hin arginittis nama qajeelaa ta’uudha.

🔸️ dandeettiidha, garuu
amalli humna!⚡

Address

Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rame Sham posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category