Waajira Dhimmoota koominikeesheni Mootummaa Godina Qellem Wallagga

Waajira Dhimmoota koominikeesheni Mootummaa Godina Qellem Wallagga Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajira Dhimmoota koominikeesheni Mootummaa Godina Qellem Wallagga, Government Organization, Dembi Dolo.

02/12/2015

Godina Qellem Wallaggatti Ooyiruun Qonnaan Bultoota Teekinoolojii fayyaadamun Qamaaadii kilaasteraan facaasun bu'aa qabessaa ta'aanii tibbaana qamoolee adda addaan dawwaatame.

Qellem wallaggaa Safuu qellem wallaggaa kee kan dhaga'an aagaa kan sibadhaase waaqa Teessoon lixa oromiyaa mee badhaasa ...
17/08/2015

Qellem wallaggaa

Safuu qellem wallaggaa kee kan dhaga'an aagaa
kan sibadhaase waaqa
Teessoon lixa oromiyaa
mee badhaasa keen himaa
oomshini buna keetii hanga biyya bakkeetti
Mijaan qilleessa keetii baddaa hanga Gammoojjiitti
Lageen misoomaaf ta'an bonaa fi ganna bubbissuu
Beelladni dhugee quufee kaan jallisii misoomsu
Waa'ee Qellem Wallaggaa kamiin jedhee kam dhiisu?

Address

Dembi Dolo

Telephone

+1255551720/2170

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajira Dhimmoota koominikeesheni Mootummaa Godina Qellem Wallagga posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajira Dhimmoota koominikeesheni Mootummaa Godina Qellem Wallagga:

Shortcuts

Share