Maatii Qe’ee Dolloo

Maatii Qe’ee Dolloo Badhaatuu

Jinkaati _ UrjiiLiixaa
05/07/2025

Jinkaati _ UrjiiLiixaa

Shakalaa Guyyaa 2ffaa Boddee📷Jinka UrjiiLiixaa Full Squad 🙏
05/07/2025

Shakalaa Guyyaa 2ffaa Boddee📷

Jinka

UrjiiLiixaa Full Squad 🙏

Shaakallii eegalameera! ⚽️💪 The Western ⭐️ Lixaa ❤️📷 Roba Dereje
05/07/2025

Shaakallii eegalameera! ⚽️💪
The Western ⭐️
Lixaa ❤️
📷 Roba Dereje

Qophii waldorgommii  ispoortii Olguddatoota bara 2017 geggeeffamuu waan hundumaa xummuramee JiraFedereshinii Kubbaa Mill...
05/07/2025

Qophii waldorgommii ispoortii Olguddatoota bara 2017 geggeeffamuu waan hundumaa xummuramee Jira

Federeshinii Kubbaa Millaa G/Qelleem Wallagga

Urjii Lixaa
05/07/2025

Urjii Lixaa

Umaata Jaalala 🤍
06/05/2025

Umaata Jaalala 🤍

Dambii Dollo FC
06/05/2025

Dambii Dollo FC

Safuu Yaa uummata kanaa*************    *************Saba takkaa hin ciifne, dadhabee itti hin dhiifne dura malee boodde...
06/05/2025

Safuu Yaa uummata kanaa
************* *************
Saba takkaa hin ciifne, dadhabee itti hin dhiifne dura malee booddee hin hiriirre.Nama bakkee dhaabbatee Jamaa kana hunda ilaaluuf kubbaa itti fakkaachu danda’a. Dhimmichi garuu kubbaa irra kan tare “Jaalala biyyaa ofiiti “ Uummati kun kan isaaf oole akka itti kabaju beeka, waan hundu kan irraa tolu bagaan isiin irraa dhaladhe. Urjooti baga qe’ee abbaa keessanii nagaa geessaan. Namooti keenya daandii Finfinne hanga DD jiru wal harkaa fuuchuun jaalala itti agarsiiftan, Dargaggooti, Hooggansi, abbooti qabeenyaa, xiqqaaf guddaa hunduu baayyee galatoomaa. Egaa Urjooti galaana Jaalala sana daakaa.
Gadaa Dureessaa ✍️

Address

Dembi Dollo
Dembi Dolo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Maatii Qe’ee Dolloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category