Gadaan boon

Gadaan boon Like goodha nuu hordofaa

 Haqaaf utuu jooru dhama'eeGarbumma sabasarra fonqolchuuHiriyaasa gidduudha dhabameUtuu jedhuu alagaan nun bulchuuDhugaa...
22/01/2022


Haqaaf utuu jooru dhama'ee
Garbumma sabasarra fonqolchuu
Hiriyaasa gidduudha dhabame
Utuu jedhuu alagaan nun bulchuu

Dhugaan dabee jal'ate
Haqni haqaaqame kaleessaa
Bor taa'ee isin gaafataa
Dhiigni Hacee Hundeessaa

Dhugaa dabee naafate
Haqni Hacaaluu hundeessaa
Qarxamsa na kukkutaa
Tiruuf lafee koo keessaa

Inni hidhame hiikamee
Nii gala maatiisaattii
Inni du'e barbaadamee
Eessaa galaa dhugaamattii

11/11/2021
22/10/2021

5-7×7+7=?

22/10/2021

Send a message to learn more

21/10/2021

0oo

Address

Dilla
1122

Telephone

+251917400977

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaan boon posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share