በዋሄል ክላስተር ትምህርት ማስተባበሪያ

በዋሄል ክላስተር ትምህርት ማስተባበሪያ Education is The Most Powerful Weapon Which We can use to change the world .

Adooleessa 03/2018 **************** Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een  Ayyaaana abboo...
10/07/2026

Adooleessa 03/2018
****************
Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een Ayyaaana abbootii kabajuudhaan jiruu.
Haalumaa kanaa Manni Barnoota sadarkaa 1ffaafi jidduu Gala Enjelo Guyyaa Har'aa Haala Bareedadhaan sagantaa Golabbii Bara Barnoota 2018 gaggessee jira.

10/07/2026
10/07/2026
Adooleessa 02/2018 **************** Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een  Ayyaaana abboo...
09/07/2026

Adooleessa 02/2018
****************
Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een Ayyaaana abbootii kabajuudhaan jiruu.
Haalumaa kanaa Manni Barnoota sadarkaa 1ffaafi jidduu Galaa Agaamsa Guyyaa Har'aa Haala Bareedadhaan sagantaa Golabbii Bara Barnoota 2018 gaggessee jira.

Adoolessa 2/2018***************    Cufinsaa Yeroo Boqonnaa Gannaa Mana BarnootaaMana barnoota Roquu sad 1ffaa bara barno...
09/07/2026

Adoolessa 2/2018
***************
Cufinsaa Yeroo Boqonnaa Gannaa Mana Barnootaa

Mana barnoota Roquu sad 1ffaa bara barnootaa 2018tti hojii baruu fi barsiisuu milkaa’inaan gaggeessaa turan, sirna cufinsa bara barnootaa fi boqonnaa gannaa gaggeesa jiru.

Sirna kana irratti barattoonni, barsiisonni, akkasumas koreen GMBB mana barnootaa fi Maatii Barattootaa argamaniiru.

Sagantaan kun hojiiwwan bara barnoota 2018 wagga guutuu hojjetaman gamaaggamun barattoota bara kana qabxii olaanaa galmeessan akkasumas Barsiisota hojii isaanii keessatti ciminaafi hojin fakkeenya ta’aniif badhaasota adda addaa kennun kabajama jira.

Kana malees, marii maatii barattootaa waliin taasifameen, haala hirmaannaa maatii cimsuun qulqullina barnootaa akkamitti ol guddisuu akka danda’amu irratti mariin bal’aan taasifama jira.

Yaadota ijaarsa fi kallattiileen hojii marii kana irraa argaman bu’uura godhachuun, bara barnootaa 2019tti hojii baruu fi barsiisuu caalaatti bu’a qabeessa taasisuuf kallattiin hojii ifaan kaa’ama jira.
Sirna cifinsa yeroo boqonnaa ganna kannan barsiisotaa, barattootaa fi maatii walitti fiduun, qulqullina barnootaa cimsuu fi milkaa’ina barattootaaf hojii waloo hojjechuun murteessaa ta’uu kan agarsiisedha.

09/07/2026

ጥቅም አልባ ሆኖ ይባክን ወይስ አቅመ-ደካሞችን ይታደግ?

የዘመኑን የትምህርት ማጠናቀቂያ ተከትሎ በየዓመቱ የሚስተዋለው የተማሪዎች የዩኒፎርም ማበላሸት ድርጊት ከትምህርት ቤት ስነ-ምግባር ያፈነገጠና የብክነት አባዜን የሚያሰፍን በመሆኑ ድርጊቱን በጋራ እንድንከላከል የድሬዳዋ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ ጥብቅ ማሳሰቢያ ያስተላልፋል።

በአሁኑ ወቅት ተማሪዎች የዓመቱን ትምህርት እና ፈተና ማጠናቀቃቸውን ተከትሎ፣ የትምህርት ቤት የደንብ ልብሳቸው (ዩኒፎርማቸው) ላይ ቀለም በመርጨት፣ በመቅደድና በመፃፍ ጥቅም አልባ አድርገው ሲያበላሹ በስፋት እየተስተዋለ ይገኛል። ይሁን እንጂ ይህ ድርጊት ፈተና ስለተጠናቀቀ ብቻ የሚደረግ የደስታ መግለጫ ሳይሆን በትምህርት ማህበረሰቡ ውስጥ ፈፅሞ የማይጠበቅና የብክነት መንፈስን የሚያስፋፋ ትልቅ ጥፋት ነው።

እነዚህን የደንብ ልብሶች አላግባብ ከማባከን ይልቅ በቀጣዩ የትምህርት ዘመን አዲስ የደንብ ልብስ መግዛት አቅም ለሌላቸው ወገኖቻችንና አቅመ-ደካማ ተማሪዎች በማካፈል ታላቅ የሰብአዊነትና የበጎ አድራጎት ተግባር መፈፀም ይቻላል። ትምህርት ራሱ እርስ በርስ መረዳዳትንና ለወገን መድረስን የሚያስተምር ታላቅ ተቋም ነው።

ስለሆነም በመላው አስተዳደሩ ስር የሚገኙ የሁሉም ትምህርት ቤቶች ርዕሳነ-መምህራን መምህራን ፣ የወላጅ ኮሚቴዎች ፣ ወላጆች እና አጠቃላይ የትምህርት ማህበረሰብ አባላት ተማሪዎች ይህንን አላስፈላጊ እና ብክነትን የሚያስፋፋ ድርጊት እንዳይፈጽሙ አስቀድሞ የማስተማር፣ የመምከር እና ልብሶቹን ለተተኪ አቅመ-ደካማ ተማሪዎች በበጎ ፈቃደኝነት እንዲያስረክቡ የማበረታታት ስራ እንዲሰሩ እንዲሁም በትምህርት ቤት ግቢ እና ከጊቢ ውጪ ባለው አካባቢ አላስፈላጊ ድርጊት እንዳይፈፀም ጥብቅ ክትትልና ቁጥጥር እንዲያደርጉ ቢሮው በጥብቅ ያሳስባል።

የድሬዳዋ አስተዳደር ትምህርት ቢሮ

Adooleessa 01/11/2018 irraa eegale Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een  Ayyaaana abboot...
09/07/2026

Adooleessa 01/11/2018 irraa eegale Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een Ayyaaana abbootii kabajuudhaan Sirna cufinsa mana barnootaa gaaggeessa jiruu Haalumaa kanaa Manni Barnoota sadarkaa 1ffaafi jidduu Galaa korisoo Haala Bareedadhaan gaggessee jira.

Adooleessa 01/11/2018 irraa eegale Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een  Ayyaaana abboot...
09/07/2026

Adooleessa 01/11/2018 irraa eegale Manneen Barnoota Kilaastera Waheel bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een Ayyaaana abbootii kabajuudhaan Sirna cufinsa mana barnootaa gaaggeessa jiruu Haalumaa kanaa Manni Barnoota sadarkaa 1ffaafi jidduu Galaa Wahel Haala Bareedadhaan gaggessee jira.

Adoolessa 1/11/2018 kilastara Wahil Qindeessaa Barnoota Wahil Mana Barnoota Halloo Busaa  .       *******Mana Barnoota H...
08/07/2026

Adoolessa 1/11/2018 kilastara Wahil Qindeessaa Barnoota Wahil Mana Barnoota Halloo Busaa .
*******
Mana Barnoota Halloo Busatti Guyyaa Ayyaana Abbootii fi Eebba Barattoota KG dabalatee goolabbin Bara Barnoota 2018 haala miidhagaa ta'een gaggefamee jira.

Address

Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when በዋሄል ክላስተር ትምህርት ማስተባበሪያ posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to በዋሄል ክላስተር ትምህርት ማስተባበሪያ:

Shortcuts

Share