31/08/2026
Rabbiin nabii yuusuf hidhaa baase
hidha hiyyumma jala si haa baasu
Kan nabii hayyuub dhukkubarra irra fuudhe
Sadarkaa kee si ol haa fuudhu
kan nabii yoonis gara qurxummiiti baase
Rakkina fi yaaddoo keessa si haa baasu
Kan nabii Mohammed shira qureeshii jala baase
Sodaa fi shiraa makluuqa jala si haa baasu🤲
Amiiiin allahumma amiiiin 🤲🌿🌿❤️