Muhammad al amiin

Muhammad al amiin page Muhammad Al amiin follow like share gochuun nu hordofaa

  Qilleensi Nasrii Bubbise Page
13/07/2026


Qilleensi Nasrii Bubbise Page

  alfa mabruu
12/07/2026

alfa mabruu

  rabbi nuuf roobsi #اللهم أغثنا اللهم اسقنا
11/07/2026

rabbi nuuf roobsi
#اللهم أغثنا اللهم اسقنا

 sh amiinmala barnootaa fi qorannoo bara dheeraa booda Guyyaan eegamaa ture dhihaatee jira. Torbee tokko booda defense Q...
11/07/2026

sh amiin
mala barnootaa fi qorannoo bara dheeraa booda
Guyyaan eegamaa ture dhihaatee jira.
Torbee tokko booda defense Qorannoo kiyya kan PHD (Doktorummaa) qaba in shaa Allaah. Rabbiin naaf haa laaffisu. Isinis du'aaiin nan dagatinaa

بعد رحلةٍ علمية امتدت لسنوات بين البحث والقراءة والمراجعة والكتابة، أسأل الله أن يبلغني تمام نعمته.
بإذن الله، سيكون موعد مناقشة رسالتي للدكتوراه الأسبوع المقبل، أسأل الله أن يرزقني فيها التوفيق والسداد، وأن يجعل هذا الجهد خالصًا لوجهه الكريم، نافعًا لدينه وعباده.

Guyyaa arraa Shekha keenya kabajamaa fi jaalatamaa  magaalaa Aawwadaayitti barattoota Ilmii Shari'aa hedduu barsiisee oo...
11/07/2026

Guyyaa arraa Shekha keenya kabajamaa fi jaalatamaa magaalaa Aawwadaayitti barattoota Ilmii Shari'aa hedduu barsiisee oomishaa jiru, Nama haala Amala gaarii, fi Tawaadu'aan Rabbiin bareeche Abbaa Obboleeysa keenya kan akkaan jaalannu Shekh Ahmed Toofiq ziyaarree yaadaas waalbaanee Du'aa'ii fi Eeybaan wal gaggeeysine!
Sheekh Keenya Rabbiin umrii isaanii,Ilmii isaanii fi barattoota isaanii keeysaas barakaa nuuf haa kaayu!
jedha
Sheikh Mohammed TofiqSheikh Mohammed Tofiq
Shekh Ahmed Toofiq

harargee Lixaa Aanaa doobbaamagaalaa biyyootti muhaadaraa Qubsiisa majliisailmii qubsiisuuf Guyyaa khalee Aliyyii
06/07/2026

harargee Lixaa Aanaa doobbaa
magaalaa biyyootti muhaadaraa Qubsiisa majliisa
ilmii qubsiisuuf Guyyaa khalee
Aliyyii

as wr wb muhammad idris abduljabbar
02/07/2026

as wr wb
muhammad idris
abduljabbar

  dhalootaa Sheikh Mohammed Tofiq
01/07/2026

dhalootaa
Sheikh Mohammed Tofiq

Abdosh Aliyyi Maashaa allah irraa jadhi mee ilmi munashida Kenya shek Abdoosh aliyyii university Dire dawa irraa Ebbifam...
28/06/2026

Abdosh Aliyyi
Maashaa allah irraa jadhi mee ilmi munashida Kenya shek Abdoosh aliyyii university Dire dawa irraa Ebbifameera congratulations jannaan ilma nama guddaa.

Address

Dire Dawa
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Muhammad al amiin posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category