Badhaadhina Aanaa Doobbaa

Badhaadhina Aanaa Doobbaa Imalli Badhaadhinaa Hojiidhaan Milkaa'a!

17/08/2026
17/08/2026
Dhaabbilee tajaajila fayyaa iddoo yaalaa qofa osoo hin tanee giddugala haragalfii akka ta'aniif hojjatamaa jira.Aanaa Do...
17/08/2026

Dhaabbilee tajaajila fayyaa iddoo yaalaa qofa osoo hin tanee giddugala haragalfii akka ta'aniif hojjatamaa jira.

Aanaa Doobbaatti haala kenniinsi tajaajila fayyaa buufata fayyaa magaalaa Doobbaatti kennamaa jiruu daawwatamee

Godina Harargee Lixaa, Aanaa Doobbaa, hojiilee gulantaa buufatalee fayyaa fooyyeessuufi hawwatummaa isaanii guddisuuf hojii buufata fayyaa Doobbaatti hojjetamaa jiruu dabalatee haala kenniinsa tajaajila fayyaa kenna jiruu daawwatamee.

Daawwaannaa kanaas Bulchituu Godina Harargee Lixaa Aadde Ikraam Xahaa dabalatee hoggansa godinaafi aanichaa waliin dawwaachuun jajjabeessaniiru.

Aanichatti hojii gulantaa buufata fayyaa foyyeessuu fi ceesisuu irratti hojjatamaa jiraachuufi Hawaasni kenniinsa tajaajila fayyaa si'ataa, qulqulluufi dhaqqabamaa ta'ee dhiheenya isaaniitii akka argatuu gochuuf yeroo kamiyyuu caalaa xiyyeeffannaa olaanaan hojjatamuu akka qabuus dhaamanii jiru.

  Faaya: Daawwannaa Hojii Buufata Fayyaa Doobbaa gaggeeffame.​Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti Bulchaa Bulchiinsa ...
17/08/2026

Faaya:
Daawwannaa Hojii Buufata Fayyaa Doobbaa gaggeeffame.

​Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Kabajamoo Aadde Ekram Taha, Itti Gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaa Obbo Fekadu Mellion fi Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Doobbaa Obbo Michael Ahmed guyyaa har'aa Buufata Fayyaa Doobbaa Daawwachuun hojii kenna tatajaajila Buufatichaa ilaalluun jajjabeessaniiru.


Hirkattummaarraa gara Oomishtummaatti, Kadhaarraa gara Of Danda’uutti !****Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Gandaa Ja...
17/08/2026

Hirkattummaarraa gara Oomishtummaatti, Kadhaarraa gara Of Danda’uutti !
****
Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Gandaa Jaalalaatti Facaa Qamadii Jallisii guyyaa arraa bakka Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Kabajamoo Aadde Ekram Taha , Itti Gaafatamaa Siyaasaa Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaa Obbo Fekadu Mellion , Itti Gaafatamaa Waajjira Qonnaa Godina Harargee Lixaa Obbo Bushra Adem Yusuf , Bulchaan Aanichaa Obbo Michael Ahmed fi Hoggansii Aanichaa argamanitti Facaa Qamadii Jallisii eegalchiifamee jira.

Aanichaatti jallisii kilaastara Qamadii sanyii filatamaa facaasuuf qophiin eegalame kana milkeessuuf sanyii dhiyeessuurraa kaasee deeggarsiwwan garaagaraa taasifamuu qabuu hundaa kan taasifamuu ta'uus eerameera.

Haaromee Baadiyyaa Gara Bu'uura Oromiyaa Haaraatti!Mootummaan Idaa'amuu ce'umsa baadiyyaa mirkaneessuun jiruuf jireenyi ...
17/08/2026

Haaromee Baadiyyaa Gara Bu'uura Oromiyaa Haaraatti!

Mootummaan Idaa'amuu ce'umsa baadiyyaa mirkaneessuun jiruuf jireenyi hawaasa baadiyyaa jijjiiruuf tarsiimoo bu'a qabeessa ta'e bocee hojiirra oolchaa jira. Ce'umsi baadiyaa kan mirkanaa'u qonna qofa ceesisuun osoo hintaane ammayyummaa gara baadiyyatti geessuun hawaas-dinagdee qonnaan bulaafi horsiisee bulaa guutummaatti ceesisuudhaani.

Mootummaan Naannoo Oromiyaas yeroo ammaa ce'umsa baadiyyaa karaa mirkaneessuun sagantaa haaromee diriirsee hojii hojjetaa jiruun jijjiiramni qabatamaan dhufaa jira. Haaromeen ijaarsa manaa olitti daandii ce'umsi baadiyaa Oromiyaa ittiin mirkanaa'uudha.

Sagantaa kanaan qabeenyi baadiyaa gara humna omishtummaatti akka ce'u taasisuu, kalaqaafi dhaweessummaa dagaagsuu, baadiyyaa wiirtuu daldalaafi investimeenii taasisuun ce'umsa bu'uuraa fiduuf hoji bal'aan hojjetamaa jira. Bu'uuraalee misoomaa diriirsuufi tajaajila mootummaa qaqqabamaa taasisuun fayyadamummaa hawaasaa baadiyyaa mirkaneessuu irratti xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira. Walumaagala baadiyyaan bakka badhaadhinni itti dhugoomuufi egeree amansiisaan itti ijaaramu akka ta'uu mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo olaanaan hojjetaa jira.

Weekly MessageThe Dawn of a New Era: Transitioning from Reform to Complete Political System TransformationEight years si...
17/08/2026

Weekly Message

The Dawn of a New Era: Transitioning from Reform to Complete Political System Transformation

Eight years since its inception, the Prosperity Party stands at a critical juncture transitioning Ethiopia’s post-reform journey into a comprehensive, enduring, and institutionalized political system transformation. This strategic direction marks a historic turning point toward building a resilient, inclusive, and structural political architecture.

The primary objective of this political system transformation is to replace the outdated, obsolete, and backward-looking paradigms with fresh thinking. Our party firmly believes that any political force resisting change, clinging to obsolete tactics, or pursuing narrow factional interests yields nothing but political insolvency when measured against the political awareness of our people and lessons from our past. During the reform years; when we took unprecedented steps to democratize a political landscape historically characterized by harsh rhetoric and force, attempts to coerce outcomes stemmed from miscalculations and a failure to grasp the realities on the ground. Prosperity Party actively monitors and contends with such trends. We believe that the promising achievements across all sectors can only be sustained if all interests are addressed through peaceful, institutional means.

Political freedom alone cannot be an ultimate destination. Freedom must evolve into inclusive national dialogue, which in turn reinforces the rule of law. For any national decision to gain widespread public legitimacy, it must be grounded in public consultation and consent. The ongoing National Dialogue exemplifies this approach; it reconciles long-standing grievances, mitigates conflict, and ensures that future national institutions and procedures are built with direct public participation.

Meanwhile, our party recognizes that armed groups that are operating in some parts of the country have chosen subversion over equality and par

Address

Doba West Harerghe
Doba
DOBAWOREDA

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaadhina Aanaa Doobbaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share