Gech

Gech Haqaafi Haqaan hojjanna

Jimaa ilaalchisee kuun jijjirama gudadha.
23/04/2023

Jimaa ilaalchisee kuun jijjirama gudadha.

03/10/2022
prezadantiin mana murtii Aanaa Habroo  kabajamoo obboo Darrasaa Getaachoo Baacaa Ummata Itoophiyaa maraan Baga waggaa ha...
11/09/2022

prezadantiin mana murtii Aanaa Habroo kabajamoo obboo Darrasaa Getaachoo Baacaa Ummata Itoophiyaa maraan Baga waggaa haaraa gessani ergaa dabarsanii jiruu.

mannii murtii Aanaa Habroo guyyaa har’a sirna cufiinsa rawwii hoojii bara 2014 ,hoojii gannaa,ilaalchisee bakka hojjatto...
30/07/2022

mannii murtii Aanaa Habroo guyyaa har’a sirna cufiinsa rawwii hoojii bara 2014 ,hoojii gannaa,ilaalchisee bakka hojjattonni mana murtichaa ,hoggantoonni ol'anaan Anichaa bakka argamanittii kallattii ka'uun gaggeffamee jiraa.bu’uuruma kanan hojjattota hojii dansaa hojjattan kennaa adda adda gumaache jira.preezadantiin mana murtichaa Obboo Darrasaa Getaachoo ,manni murtii keenya akka godinaati,1ffaa roga hundaan bahuun isaa gahee kenya qofa osoo hin taanee kan qooda fudhattota hundaatii jechuun xalayaa bekkamtii wajj.polisii,WMMD,WAJ.BULCHINSA AANAA,ABBA ALANGAA ANICHAATIIF KENNERAA,Hundii kessanuu galata guddaa nuu biraa qabduun dhaamsa prezadantichaatii.

Manni murtii Aanaa habroo Hordoftoota Amanta Muslimaatin Baga gessan ,Ayyana jalalaa kan rakkataa ittin yaadannuu akka n...
09/07/2022

Manni murtii Aanaa habroo Hordoftoota Amanta Muslimaatin Baga gessan ,Ayyana jalalaa kan rakkataa ittin yaadannuu akka nuuf tahuu ,isinii tahuu jennerraa

25/06/2022
24/05/2022

mannii murtii Aanaa Habroo,yaa’ii Abbotii seeraa gaafa guyyaa 14/9/14 tii mana murtii ol'aanaa goodina haragee lixaa irrattii gaggeffameen,akka mana murtitti 1ffaa,bahuun akkasumas akka Abba Seeraattis rawwii ol'aanaa galmessuun geeba fudhatee jiraa.Baga gamannee baga gammaddan jennerraa!!!

Address

Ni
Gelemso
NO

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gech posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share