05/10/2021
Erga ariifachiisa!
Barattooni Mooraa Yuunvarsiitii Haramaayaa Campus Station kan mooraa alaa mana kireefachuun teessan ofeeggannoo godha. Tikifi Milishaan PP warqaa Eenyumma ilaalun nama qaba jiru.
Akkasummas uummanni Naannoo Haramaayaa jiraatan Waraqaa Eenyuumma Aradaa tokkon gara Aradaa biirratti akka hin sochoneef rakkoo uuma jiru kanaaf ofeegannoo godha.
Keessumma Aradaa Baate irraa gara Damoota, Xiniqeefi Finqilee deeman ofeegannoo gudda akka gootan jedhu Qeerroon Bilisummaa Oromoo!