Habro Woreda Communication

Habro Woreda Communication Government Organizations deals with socio economic activity of woredas' Community. Kominikeeshinii Aanaa Habroo

Amajjii 14,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti koreen tax forsii deebbi liiqii irratti bakka Itti Gaafatama Waajj...
22/01/2026

Amajjii 14,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti koreen tax forsii deebbi liiqii irratti bakka Itti Gaafatama Waajjira Bulchiinsa Aanaa Habroo fi Bakka Bu'a Bulchaa Bulchiinsa Aanaa Habroo Obbo Ahmadsharaf Mohammadnuur argamanitti mariin gaggeeffame.

Guyyaa 14,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Sagantaan walbarumsaa Itti Gaafatama Waajjira Nagaa fi Milishaa Aan...
23/11/2025

Guyyaa 14,2018 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Sagantaan walbarumsaa Itti Gaafatama Waajjira Nagaa fi Milishaa Aanaa Habroo Haara Obbo Mammad Jamaal Itti Gaafatamtoota Nagaa fi Milishaa Gandoota fi hojjattoota Waajjira Nagaa fi milishaa Aanaa Habroo waliin wal barumsaa taasisan.

Walbarumsaa boodaas kallattii hojii fuulduraa Itti Gaafatamtoota Nagaa fi Milishaa Gandootaaf kan kennan Itti Gaafataa Nagaa fi Milishaa Aanaa Habroo Obbo Mammad Jamaal fi Itti Gaafataa Waajjira Poolisii Aanaa Habroo Inispeektar Ababaa Gabbisaa kennamee jira.

Misoomni Sululaa Wabii Dhalootati!Amajjii 22,2017 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Ganda Ifaa Jiruutti hojiin misooma ...
30/01/2025

Misoomni Sululaa Wabii Dhalootati!

Amajjii 22,2017 Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Ganda Ifaa Jiruutti hojiin misooma sulula bara 2017 bifa ho'a ta'een hojjatamaa jira.

Aanaa Habrootti inisheetiivii Kilaastara Sheedii Ijaaramanii Xumuraman.
19/01/2025

Aanaa Habrootti inisheetiivii Kilaastara Sheedii Ijaaramanii Xumuraman.

23/09/2024

Gargaaramuu irraa gara Oomishtummatti!

Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Ganda Daansetti Kilaastara Oomisha Bishingaa.

18/09/2024

Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Hojiin Inisheetiivii Verm Kompoozitii oomishuu haala gaariin hojjatamaa jira.

Ummanni Eeggattummaa Xaa'oo qofa osoon taane Xaa'oo Uumamaa Verm Kompoozitiin oomishaa fi oomishtummaa isaanii akka guddifataniif haala gaariin hojjatamaa jira.


25/06/2024

Gargaaramuu irraa gara Oomishtummatti!

Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Araddaa Garbii Goobatti Kilaastara Oomisha Boqqoolloo.

25/06/2024

Godina Harargee Lixaa Aanaa Habrootti Gaaddisni Mana Murtii Aadaa erga hundeeffamee ba'aa guddaa nurraa buuse jedhame.

16/06/2024

Sagantaa kabaja Ayyaana Iidal-Adahaa Aanaa Habroo Gaara Addaayyoo irratti ETV Afaan Oromoo waliin.

16/06/2024

Kabaja Ayyaana Iidal-Adahaa Aanaa Habrootti.

Address

Gelemso

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

2512555521039

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Habro Woreda Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Habro Woreda Communication:

Share