10/05/2025
" Gaaffiin mirgaa gaafanne mootummaadha malee daldaltoota siyaasaa miti"
Ejjannoon ogeeyyiin fayyaa marii guyyaa har'aatiin tarkaanfachiisan Gaaffii keenya ajaanda Siyaasaa godhachuu qaamni barbaduuf ni balaaleeffanna
Gaaffii keenya kan deebisu Mootummaadha malee qaama birootii miti.
Hojii ogummaa keenyaa ummata keenyaa hojjachaa Mootummaa eegna malee ajandaa Biyya diiguu hin qabnu ,yoo biyyii hin jiraannee maal gaafanna?
Qaama Dawoo ogeeyyii godhatuu ni balaaleeffanna!