Mana Qopheessaa Magaalaa Ciiraa

Mana Qopheessaa Magaalaa Ciiraa Magaalaan keenya giddu gala Diinagdee,Teeknolojii,Turizimii fi Daldalaa akka taatuu fii jiraattoota isheetiif mijjattuuf hawwattu akka taatuuf hojjanna

Bulchiinsi Magaalaa Ciiraa Garee Kubbaa Miilaa Geeraa Shanan Gibeetiif Hidhannoo Ispoortii gara garaa Deeggarsa taasisee...
15/02/2024

Bulchiinsi Magaalaa Ciiraa Garee Kubbaa Miilaa Geeraa Shanan Gibeetiif Hidhannoo Ispoortii gara garaa Deeggarsa taasisee jira.

Meeshaalee kanas bakka Dargaggon kabajaa I/G W/Ra Eegumsa Naannoo bosonaaf jijjiirama Qilleensaa obbo Fu'aad Saalii argamanitti dargaggootaaf simachiifne jira.

Diizaayini Giddugala bashannanaa Magaalaa Ciiraa
15/02/2024

Diizaayini Giddugala bashannanaa Magaalaa Ciiraa

02/09/2023
Gamaggama raawwii hojii bara 2015niitiin Magaalaawwan Godina Jimmaatti argaman keessaa manaajimantiin lafa magaalaa Ciir...
08/08/2023

Gamaggama raawwii hojii bara 2015niitiin Magaalaawwan Godina Jimmaatti argaman keessaa manaajimantiin lafa magaalaa Ciiraa Sadarkaa 1ffaa ba'ee jira.

Hogganaa manajimantii lafa magaalaa keenyaa obbo Rashaad A/Olii fi hojjatooni bulchiinsa magaalaa hundi akkasumas hawaasni magaalichaa baga gammaddan isiniin jechuun barbaada.

Bulchiinsa Magaalaa Ciiraatti waldaan aksiyoona Astella mariyo lafa Dhuunfaa ofii fi gandaa irratti adeemsa keessaa darb...
03/08/2023

Bulchiinsa Magaalaa Ciiraatti waldaan aksiyoona Astella mariyo lafa Dhuunfaa ofii fi gandaa irratti adeemsa keessaa darbuu qabu hunda xumuree ijaarsa gamoo eegalee jira.

Bulchiinsa Magaalaa Ciiraatti Sagantaa Dhaabbii Biqilaa Ashaaraa Magariisatiin Biqilaan 160,000 ol qaama hawaasaa garaga...
17/07/2023

Bulchiinsa Magaalaa Ciiraatti Sagantaa Dhaabbii Biqilaa Ashaaraa Magariisatiin Biqilaan 160,000 ol qaama hawaasaa garagaratiin iddoowwan garagaraatti dhaabamaa oolera

17/07/2023
Hojii daandii bara kanaa dhimmota adda taasisan✓Yeroodhaan dursinee eegaluu✓planii kabachiisuuf daandii ballisuu✓magaala...
20/01/2023

Hojii daandii bara kanaa dhimmota adda taasisan
✓Yeroodhaan dursinee eegaluu
✓planii kabachiisuuf daandii ballisuu
✓magaalaan of danda'ee calbaasii baasuun maashina kireefachuu
✓Daandiin hundinuu standardii isaa kana eeggate ta'uu
✓Qulqullina isaa eegee baayyinaan hordoffii cimaan rawwatamaa jirachuu
✓Koreen qindeessitu Aanaa itti siqeenyaan hordofuuf deeggaru akkasumas
✓Itti qufiinsi hawaasa dabaluu isaati

Bara kana baayyinaa Fi qulqullinaan hojii daandii haaraa Fi suphaa irratti cichinee Jira.
04/01/2023

Bara kana baayyinaa Fi qulqullinaan hojii daandii haaraa Fi suphaa irratti cichinee Jira.

06/10/2022
02/09/2022

Bulchiinsa Magaalaa Ciiraatti Haala Yeroo Fi Nageenyaa Irratti Hawaasa Waliin Mariin Taasifamee Jira.

Bulchiinsa magaalaa Ciiraatti haala yeroo fi nageenyaa irratti hawaasa magaalichaa waliin mariin ballaan taasifamee jira.

Hawaasni magaalichaa gocha humna badii junta fi ergamtoota isaa balaleffachuun tarkaanfiiwwan moottumman nageenyaaf birmadummaa biyyaa egsisuuf fudhataa jiru kan deeggaran ta'u ibsuun tarkaanfiin fudhatamaa jirus cimee akka itti fufu gaafatanii jiru.

I/G Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Geeraa obbo Lijaabuu A/olii fi I/G Siya Adde Murshidaa Mahammad maricha irratti argamuun hawaasni nageenya isaa eggachaa hojii misoomaa jalqabamee jiru akka itti fufsiisu akkasumas mootummaa misomawa keenyaa cinaa hiriiruun tumsa irraa eegamu hunda akka ba'atu dhaamanii jiru.

Address

Chira Town
Gera

Telephone

+251919143159

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Qopheessaa Magaalaa Ciiraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mana Qopheessaa Magaalaa Ciiraa:

Shortcuts

Share