Ammayya Gindo press

Ammayya Gindo press Jiraattota A/Ammayyaa hundaaf karaa social media sagalee isaanii dhageessisuuf page kun bara 2007 banamte.

Humni dargaggoota misooma fi barnootaf malee Sammichaaf miti.Humni biyyaa tokko Dargaggoodha.Humni kun yoo hinbaranee rakkoo biyyaa isa irraatti fida.Rakkoo keenya dimookiraasi dhabuu osoo hintaane dinagdee jabaa ummata kana madaaluu dhabuu keenya.

05/06/2025
Akkam bultan Ebbaa Ganama hamaan gargar ooladubbata dubbachiisa isin irraa haa qabuKan nagaan nu bulchee nagaan nu haa o...
24/03/2025

Akkam bultan
Ebbaa Ganama
hamaan gargar oola
dubbata dubbachiisa
isin irraa haa qabu
Kan nagaan nu bulchee
nagaan nu haa oolchuu!
Torbee hojii gaarii isinif haa ta'u.

Akkam bultan ! # Gindo-Ammayyaa
23/03/2025

Akkam bultan ! # Gindo-Ammayyaa

15/03/2025

Bishaan lubbuu dha.

31/03/2023

Address

Hawi Cafe
Gindo

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ammayya Gindo press posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share