Deemun dura karaa irraa deemtu filadhu

Deemun dura karaa irraa deemtu filadhu Eebba haadha

22/08/2022

ummanni Oromoo hundi deggersa pejii kana keessatti qoodni keessaan olaanaadha itti hirmaachuu qabdu

25/04/2022

kana booda isiinif gad lakkisaan

💔
14/03/2022

💔

31/12/2021
31/12/2021

Komishinichi dhimmoota bulchiinsa daangaa, eenyummaa fi ofiin of bulchuurratti qorannoo gaggeessuu beeksise

Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Komishiniin Dhimmoota Eenyummaa fi Bulchiinsa Daangaa Federaalaa dhimmoota bulchiinsa daangaa, eenyummaa fi ofiin of bulchuurratti qorannoo biyyoolessaa gaggeessuu beeksiseera.

Komishinichi bara 2012 irraa eegalee dhimmoota daangaa, eenyuu fi ofin of bulchuurratti qorannoo fi qo’annoo biyyoolessaa gaggeessaa turuu ibsa laateen ifoomseera.

Yuunvarsiitii Finfinneetin hogganaamaa kan turee qorannichii fi iddoowwan rakkoon itti muudataaniitti kan argaman dhaabbilee manneen barnootaa olaanoo mootummaa qorannicharratti hirmaataa akka turan ibsaniiru.

Qorannichaan yaadoonni hedduun dhiyaachuun ibsamuun, bu’aawwan argamaniin yeroo itti aanuutti qaamolee dhimmi ilaallatuu waliin mariin kan taasifamuu ta’uu EBC’n gabaaseera.

Marichaan boodas yaadonni qorannoo fi qo’annoo hawaasaaf kan ifoomaan ta’uu ibsameera.

Qorannicha godinalee 68 hirmaachisuuf karoorfamee rakkoo nageenyaa fi walqabatoon godinaalee 12 fi aanoolee addarratti qorannoon gaggeeffamuu akka hin dandeenyee ibsameera.

Komishiniichi naannoo Tigraayiin alaatti naannoolee fi bulchiinsoota magaalaa hunda wal bareeraa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

31/12/2021

''Waan dabarsinerraa barree yeroon egeree keenya akeekkannu amma ta'ee natti mul'ata'' Obbo Araarsaa Biqilaa

31/12/2021

Ashamaa harkaa funee kabajamtota hordoftotaa Kenya yeroo gabaabaa keessatti dhimma marii hunda hirmachiissu qabadhe Dhufa hangasiti pejii kana lake & Shiree godhuun naa qarqara

Baay'ee isiin jaaladhaa

Address

Oromiyaa
Ginir

Telephone

+251911800369

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Deemun dura karaa irraa deemtu filadhu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Deemun dura karaa irraa deemtu filadhu:

Shortcuts

Share