Dinqisiis baale ali

Dinqisiis baale ali Yoo jiraanne finfinnetti wal Agarra yooduune oromoon later keenna riqicha godhatee irra ce'a . J .marroo

01/10/2022

milkii jaallan keenyaa faanaa

01/09/2022

Waraanni Bilisummsa Oromoo duula giddugala Oromiyaatti taasisaa jiru jabeesse itti fufuu beeksise.

Ajajoonni waraanaa naannichaa OMNf yaada kennaniin, torbeewwaniif waraana jabaa humnoota mootummaa waliin taasisaniin bakkeewwan heddutti waraanni mootummaa baqachuuf dirqamaa akka jiru himaniiru.

Kanaanis loltoonni WBO magaalota seenanii akka fedhanitti opireeshinii barbaachisaa raawwataa akka jiran dubbataniiru.

Haaluma kanaan godina Shawaa lixaa aanaa Meettaa Roobii magaalota Shinoo, Katkatoo fi Laga Roobbiitti lolli cimaan akka adeemsifamee fi humnoonni mootummaa to'achuu akka dadhabaman nutti himaniiru.

Loltoonni WBO yeroo ammaa kana magaalota kanneen cinaatti akka argaman ibsameeti jira.

Bifuma walfakkaatuun torbee darbes godina Shawaa Lixaa aanaa Dirree Incinnitti WBOn humnoota mootummaa irra aanuun magaalaa seenee opireeshinii jabaa raawwatee akka bahe jiraattotaa fi qondaalota waraanaa naannichaa irraa odeeffanneerra.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/15390/

31/08/2022

Bu'aa waraanaa!!!
Dubartii, abbaa warraa malee
Ijoollee, abbaa malee
Haadhaafi abbaa, ilma malee hambisuudha.
Yaa waaq ati hunda dandeessaa, Uummata keetiif gahee jira jedhii nageenya fidi!!!!

31/08/2022

Ajajaa olaanaan WBO Marroo Dirribaa WBOn duula mootummaan itti bane gara carraatti jijjiiruun injifannoo guddaa gonfataa jiraachuu hime.

Oduma walqabateen Waraanni Bilisummaa Oromoo mooraa Waraana Mootummaa Warshaa Shukkaaraa Arjoo-Dhidheessaa keessatti argamu to’achuu ibseera.

Tarkaanfii mooraa waraanaa kana to’achuuf fudhatameen, Humnoonni mootummaa guutuutti naannicha gadi lakkisanii baqachuu kan ibse Waraanni Bilisummaa Oromoo, tarkaanfii jajjabaa tibbana iddoowwan garaagaraatti irra deddeebiin fudhataa jiruun, injifannoo guddaa galmeessaa jiraachuu hime.

WBOn duula isa balleessuuf labsame carraatti jijjiiruuf danda’eera kan jedhe Ajajaa Olaanaan WBO Marroo Dirribaa, Qabsoon Oromoo hanga galmasaa milkeessutti itti fufa jedhe.

Mooraa Waraanaa Warshaa Shukkaaraa Arjoo-Dhidheessaa keessatti argamu to’achuu dabalatee, injifannoo WBO ibsataa jiruuf hanga oduun kun qindaa’etti deebiin qaamni mootummaa kenne hin jiru.

Odeeffannoo dabalataa hidha kanaa gadiin argattu
https://omnglobal.com/or/15330/

BAALE ROBE gara galgalaa Kantiiba magaala roobe  obbo nigaatuun hedduu galatoomi siin Jenna hojii boonsadha. Itti fufi .
31/08/2022

BAALE ROBE gara galgalaa
Kantiiba magaala roobe obbo nigaatuun hedduu galatoomi siin Jenna hojii boonsadha. Itti fufi .

Goota Koo Baga rabbiin sibaase Dhiira taankii Fi baankiin kaayyoo isaa  irraa jijjiiruu hin dandeenye umrii harragessaa ...
29/08/2022

Goota Koo Baga rabbiin sibaase
Dhiira taankii Fi baankiin kaayyoo isaa irraa jijjiiruu hin dandeenye umrii harragessaa nuuf jiraadhu.
Yeroo gabaabdu kessatti wallee haraya Kee simachuuf qophoofneerra.

21/08/2022
19/08/2022
18/08/2022

Address

Goba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dinqisiis baale ali posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share