Goba Town Public Service and Human Resource Development Office

  • Home
  • Ethiopia
  • Goba
  • Goba Town Public Service and Human Resource Development Office

Goba Town Public Service and Human Resource Development Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Goba Town Public Service and Human Resource Development Office, Government Organization, Goba.

Leenjii Qajeeltowwan Bulchiinsa Gaarii 8'n irratti kenname
16/12/2021

Leenjii Qajeeltowwan Bulchiinsa Gaarii 8'n irratti kenname

Leenjii koree madaallii seektaroota fi Gandoota akka magaalaa jiraniif kenname.
16/12/2021

Leenjii koree madaallii seektaroota fi Gandoota akka magaalaa jiraniif kenname.

Deegarsa, Hordoffii fi Gamaggamaa Godinaa irraa kenname.Deegarsa kenname kanaan hojiin Wajjira keenya seektaroota Magaal...
14/12/2021

Deegarsa, Hordoffii fi Gamaggamaa Godinaa irraa kenname.
Deegarsa kenname kanaan hojiin Wajjira keenya seektaroota Magaalaa keessa jiraan keesaatti cuunfamee kan ilaalamee yeroo ta'uu haalli manni hojii fi Magaalaa keenya baay'ee gaarii ta'uu isaa hubannee jira.

Deegarsa, Hordoffii fi Gamaggamaa seektaroota qindaa'anii yeroo waajjira Kenya ilaalan.
07/12/2021

Deegarsa, Hordoffii fi Gamaggamaa seektaroota qindaa'anii yeroo waajjira Kenya ilaalan.

Leenjii, KENNAA BEEKAMTII FI BADHAASAA Hojjettoota Naamusaa Gaariin fakeenya ta'an yeroo gaggeeffamuu
07/12/2021

Leenjii, KENNAA BEEKAMTII FI BADHAASAA Hojjettoota Naamusaa Gaariin fakeenya ta'an yeroo gaggeeffamuu

Fo'annoo Hojjettoota Naamusaa Gaariin fakkeenya ta'an akka waajjiratti yeroo gaggeeffamu fi mirkannaa'u.
24/11/2021

Fo'annoo Hojjettoota Naamusaa Gaariin fakkeenya ta'an akka waajjiratti yeroo gaggeeffamu fi mirkannaa'u.

Leenjii Qajeelfama Raawwii Ramaddii Hojjettoota Manneen Hojii Haaraa Hundeeffaman, Walitti Makmanii fi Waliirraa Addaa B...
11/11/2021

Leenjii Qajeelfama Raawwii Ramaddii Hojjettoota Manneen Hojii Haaraa Hundeeffaman, Walitti Makmanii fi Waliirraa Addaa Bahan Gurmeessuudhaaf bahe irratti kenname.
Leenjii kanaanis Hojiimaata hojjettootni manneen hojii guutuuma guutuutti wallitti makaman, manneen hojii walakkaan addaa bahaan, manneen hojii haaraa hundaa'an, manneen hojii iddoo adda addaatti qoodamanii fi manneen hojii sadarkaan isaanii jijjiiram ittin ramadamaan diriirsuu fi hojiirra olchuuf kan bahee ta'uu ilaalame jira.

MARII KOREE DEEGARSA FI HORDOFFII SEEKTAROOTA QINDAA'ANII@@@ W.Paabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa@@@ Waajjira K...
29/10/2021

MARII KOREE DEEGARSA FI HORDOFFII SEEKTAROOTA QINDAA'ANII
@@@ W.Paabliik Sarvisii fi Misooma Qabeenya Namaa
@@@ Waajjira Kantiibaa
@@@ Waajjira Mallaqaa fi Waltaa'insaa Dinaagdee
Kallattii deegarsaa fi Hordoffiin itti kennamu irratti marii taasisan.

Address

Goba

Telephone

+251226612181

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Goba Town Public Service and Human Resource Development Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share