Midheysa idiris

Midheysa idiris Rabbiin Kenya tokko nabiin keenyaas tokko Rabbi

07/09/2025

Guutuu liqimseera…

“ Hanga irraa saaqamutti…Salaataa…Sadaqadhaa…Ararama RABBII gaafadhaa “
Nabi Muhammad waggaa 1400 dura nuuf dhaaman.
صلوات ربي وسلامه عليه

28/02/2025
28/02/2025

BREAKING NEWS: The Crescent has been SEEN in Saudi Arabia.

Subsequently,

Saturday, 1st March 2025 is the beginning of the month of Ramadan

01/10/2024

sanirraa wanni isin dhorkineef boodarra isin nyaataniifi
Shari'aan teenya miidhuu fi miidhamuus nidhorkite.
barakaan isinii haa haftu.

Yeroo saddeet(8) ta bishaan dhuguun sif gaarii dha.1. Yeroo hirriba kaate , faayidaan isaatis qaama keenya si'eessuuf ga...
01/10/2024

Yeroo saddeet(8) ta bishaan dhuguun sif gaarii dha.
1. Yeroo hirriba kaate
, faayidaan isaatis qaama keenya si'eessuuf gargaara
2. Eega ispoortii hojjatte booda
, faayidaan isaa dhahannaa onnee keenya sirreessuuf nu gargaara
3. Daqiiqaa soddom/30 nyaata dura dhuguu
Faayidaan isaa akka nyaatni daakamu nuuf godha.
4. Qaamaa dhiqachuun duratti
, dhiibbaa dhiigaa xiqqeessuuf nu gargaara
5. Hirribaan duratti / gara siree deemuun duratti dhuguu
, kunis dhangala'a kara baayyeen nurra bahuu bakka buusuf nu gargaara
6. Yeroo dhukkubbiin sitti dhagahamuu
7. Yeroo dadhabde , anniisa sif taha waan taheef.
8. Yeroo nama dhukkubu naannawaa keetitti argamuu , akka ati infeekshinif hin saaxilamneef si gargaara

By Dr Mohammed Ibrahim
Galatoomaa
Channel keenya join godha fayyaan faaya
Gorsaalee Fayyaa Kharaa Khamiin
Akka Arkattu Barbaadda?
Filadhuutii Itti Dhihaadhuu
Me Kharuma Salphaan
Arkattaa.

Fayyaan ummata keenyaaf!

Address

Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Midheysa idiris posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category