ATEN Anaa miidhagaa tolaa

ATEN Anaa miidhagaa tolaa Government berou

18/05/2024
Caamsaa 10/9/2016DUULA QULQULLINAA Aanaa miidhagaa tolaa Magaalaa guddattuu Ibroo mussaatti Duulli qulqullinaa Faalama p...
18/05/2024

Caamsaa 10/9/2016
DUULA QULQULLINAA
Aanaa miidhagaa tolaa Magaalaa guddattuu Ibroo mussaatti Duulli qulqullinaa Faalama pilaastikaa haa ittisnuu mootoo jedhuun gaggeefamee jira.

Caamsaa ,10/9 2016DUULA QULQULLINAA /H/Bahaa__  .           πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉDuula Qulqulinaa faalama laastikaa Haa...
18/05/2024

Caamsaa ,10/9 2016
DUULA QULQULLINAA
/H/Bahaa__ .
πŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡ΉπŸ‡ͺπŸ‡Ή
Duula Qulqulinaa faalama laastikaa Haa ittisnuu jedhuun magaalaa miidhagaa fi ibroo muussaa irratti gaggeefame.
Biyya Qulqulluu hawattuu taate dhaloota haa dhaalchifnu
Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaa Duulli Qulqullina gaggeeffameera
Qulqullinni ibsituu qaroominaati!

Dhaga'aa waldhageesisaa**************************Duula Qulqullina MagaalaaGodina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa Tolaa ma...
17/05/2024

Dhaga'aa waldhageesisaa
**************************
Duula Qulqullina Magaalaa

Godina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa Tolaa magaalaa miidhagaatti Guyyaa boruu Caamsaa 10/9/2016 sa'aa 12:00- 1:00 tti Duula qulqullinaa Mata duree Faalama pilaastikaa Haa Ittisnuu ja'uun Akka innisheetiivii Eeggumsa Naannootti fudhatamee Muumicha ministeeraa keenyaan labsamee waan jiruuf Akka Aanaa keenyaattiis boru waan gaggeefamuuf Gaggeessaa Aanaa, Hojjataa mootummaa hunda, Dargaggoo, Dubartoota fi jiraatoonni Magaalaa miidhagaa 01 hundi Ganamaa kaanee hirmaannee uwwisa midiyaaniis Deeggaruun Karaaa qindoomina qabuu Gaggeessuu qabna.
Hubachiisa:- Hojjataan mootummaa hundi bulchiinsatti dhufuu qaba.
Jiraatoonni kaan bulchiinsa magaalaatti walitti dhufuun Baniisa koree qindeessaan Banamee kan gaggeefamu taha.

Godina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaatti Hojiin Dandamannaa jijjiirama Qilleensaa(CRGE) Seektaroota Waliin hojjann...
10/01/2024

Godina Harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaatti Hojiin Dandamannaa jijjiirama Qilleensaa(CRGE) Seektaroota Waliin hojjannuu baayyee hojatamaa jirti.

Godina harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaa Araddaa mudhii tolaa irratti koree daangeessa bosonaa hojii bosona adda baas...
12/10/2023

Godina harargee bahaa Aanaa miidhagaa tolaa Araddaa mudhii tolaa irratti koree daangeessa bosonaa hojii bosona adda baasuu, daangeessuu fi galmeessuu hojjachaa jiran guyyaa lammaffaaf itti fufanii jiru.

Fuulbana 27/2016ATEN Aanaa miidhagaa tolaatti Orreenteeshiina gabaabaa koree teeknikaa Daangeeysa bosonaa fi waldaya irr...
08/10/2023

Fuulbana 27/2016
ATEN Aanaa miidhagaa tolaatti Orreenteeshiina gabaabaa koree teeknikaa Daangeeysa bosonaa fi waldaya irratti ijaaruu waliin gaggeesinee jira.

Address

Harargee
Harar

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ATEN Anaa miidhagaa tolaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share