Mohamed Yaya

Mohamed Yaya Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mohamed Yaya, Government Official, Harer.

09/02/2026
Mude 2/2017  Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Ganda Waltahiitti   haala kenna tajaajilaa Gurmaa'insa  gandaa  koree Ogeeyyi...
11/12/2024

Mude 2/2017 Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Ganda Waltahiitti haala kenna tajaajilaa Gurmaa'insa gandaa koree Ogeeyyii Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa , Itti Gaafatamaan Wajjira Misooma Magaalaa fi Manneenii Godina Harargee Hahaa Obbo Lammaa Namarraa fi kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Obbo Ahmadnajjaash Abdurahmaan akkasumaas Itti Gaafatamtuun Waajjira Paartii Badhaadhinaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Aadde Maliikaa Mahammad hojiilee waliigalaa Gurmaa'insa Gandaan hojjatamaa jiruu fi hojatame dawataniruu

11/10/2024

Daa'iin beekkamaan Idil-Addunyaa Dr, Zakir Naik Yuuniversiitii Paakistaa irraa Doctoreetii 2ffaa argateera. Dr, Zakir Naik Jaarraa kana keessatti Daa'ii Amantaa Islaamaaf Sadarkaa Idil-Addunyaatti bu'aa guddaa buuseedha. Har'a isaa qofarratti nama walakkaa Miliyoonaatu Shahaadaa qabate Amantaa Islaamaa fudhate ture. Dhuguma goota Jaarraa 21ffaati Baga Gammadde! Dr, Congratulations 🎊 👏

Address

Harer

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mohamed Yaya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share