Addis entertainment

Addis entertainment Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Addis entertainment, Public swimming pool, Aspalt, Holeta.

02/02/2023
Yeroon mucaa kana argu na boossisuu barbaadam
02/02/2023

Yeroon mucaa kana argu na boossisuu barbaadam

 !Faarfataa Solomon Nama Waaqayyo ayyaana guddaa bira nuuf kaa'edha! Kunoo ammammoo faarfannaa haaraa  ! Jedhu  nuuf fid...
01/02/2023

!
Faarfataa Solomon Nama Waaqayyo ayyaana guddaa bira nuuf kaa'edha! Kunoo ammammoo faarfannaa haaraa ! Jedhu nuuf fidee dhufaa jira. Hagasitti YouTube isaa Subscribe Gochuutiin haa eeggannu!
Nagaan nuuf kottu Sol sijaallanna!
https://youtube.com/-px3sw6zw8j

🀝Haa booyu sooftii kenniif         Jaalalli haga fedhe utuu jaamaa ta’eyyuu,         Takkittii si gattee deemte jala boo...
31/01/2023

🀝Haa booyu sooftii kenniif

Jaalalli haga fedhe utuu jaamaa ta’eyyuu,

Takkittii si gattee deemte jala booyuun maali?

Harmee keettu siif dhale moo
Hayyamni filattee konkolaachisuu keeti ishee qofaaf siif kenname
Guyyaa 1 boo’uun haa ta'uuyyuu, isa irra deddeebiin akka raatuu yaana'an kanatu nama aarsa malee!πŸ˜•
Riyaad Raayyaa dhugaa jette dhugaa ani dhirumaa isaa shakke waa malee jibbine mucaniπŸ˜‚πŸ™ˆ

90 sin taajjabeWay Oromoo bar taateeAti saba tuffatamaaJirtan kunoo ablee takkaanYeroo lama qalamaaSaba tokkummaa dhabeS...
27/01/2023

90 sin taajjabe

Way Oromoo bar taatee
Ati saba tuffatamaa
Jirtan kunoo ablee takkaan
Yeroo lama qalamaa

Saba tokkummaa dhabe
Saba diigamaa
Inuma irraa hin dhaabbatu
Arraas buruus numa qalamaa

Silaa maaf hin qalamne
Sabni gamtaa hin qabne
Eeyyeen numa qalamtaa
Yoo tokko hin taane
Oromoo tokko ta'i
Akka hin gorra'amne

Kan gorra'amaa jiru
Beeki dhiiga keetii
Cal jettee hin ilaalin
Atiis boru gorra'amtaatii

Miliyoonni ja'aatam
Kuma kuma ja'a ta'ee
Gaafa mormi muramu
Walirratti eega taa'ee

Oromoo tokko ta'aa
Tokkummaan furmaataa
Tokko ta'uu baannaan arraas
Boruus ati numa gorra'amtaa
Tokko taanee Oromoof Oromiyaa Haa baraarruu 😭😭πŸ’ͺ

 #𝑨𝑡𝑰𝑳𝑳𝑬𝑬 𝑸𝑢𝑷𝑯𝑰𝑰𝑫𝑯𝑨 𝑨𝒏𝒐𝒐 π’”π’Šπ’Šπ’‡π’‚π’ π’‹π’†π’…π’‰π’†π’†π‘―π’‚π’“π’Œπ’‚  π’Œπ’π’ π’Žπ’‚π’…π’†π’†π’”π’”π’†   𝒂𝒕𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 π’Œπ’π’ 𝒇𝒖𝒖𝒕𝒆 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 π’Œπ’†π’†π’”π’”π’†  π’‹π’Šπ’‹π’‹π’Šπ’“π’‚π’Žπ’•π’†π’†π’“π’•π’‚ π’ˆπ’‚π’‚ π’‚π’Œπ’Œ...
25/01/2023

#𝑨𝑡𝑰𝑳𝑳𝑬𝑬 𝑸𝑢𝑷𝑯𝑰𝑰𝑫𝑯𝑨

𝑨𝒏𝒐𝒐 π’”π’Šπ’Šπ’‡π’‚π’ 𝒋𝒆𝒅𝒉𝒆𝒆
π‘―π’‚π’“π’Œπ’‚ π’Œπ’π’ π’Žπ’‚π’…π’†π’†π’”π’”π’†
𝒂𝒕𝒐 𝒋𝒂𝒂𝒍𝒂𝒍𝒂𝒂 π’Œπ’π’
𝒇𝒖𝒖𝒕𝒆 𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂𝒂 π’Œπ’†π’†π’”π’”π’†

π’‹π’Šπ’‹π’‹π’Šπ’“π’‚π’Žπ’•π’†π’†π’“π’•π’‚ π’ˆπ’‚π’‚
π’‚π’Œπ’Œπ’‚ 𝒅𝒖𝒓𝒂𝒂 π’Žπ’Šπ’•π’Šπ’Š
𝒏𝒂 π’‹π’Šπ’ƒπ’ƒπ’Šπ’•π’†π’† π’•π’‚π’π’‚π’‚π’π’Š
π’π’‚π’•π’•π’Š π’‰π’Šπ’Žπ’•π’–π’– π’‚π’•π’Š

π’‹π’‚π’‚π’π’‚π’π’π’Š π’…π’–π’“π’“π’Š 𝒉𝒂𝒇𝒆𝒆
π’Šπ’π’π’Š π’‚π’Žπ’Žπ’‚ π’‰π’‚π’‘π’‰π’Šπ’Š 𝒅𝒉𝒂
π’…π’†π’†π’Žπ’–π’–π’‡ 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒂 𝒕𝒂𝒂𝒏𝒂𝒏
π’‚π’π’Šπ’π’π’†π’† π’’π’π’‘π’‰π’Šπ’Šπ’…π’‰π’‚

Mana hidhaa Burraayyuurra! Dr Gadaa Oljirraa baay’ee dhukkubsaate yaalaa dhaabe jira.Dr. Gadaa Oljjirraa hojii qabsoo ir...
24/01/2023

Mana hidhaa Burraayyuurra!
Dr Gadaa Oljirraa baay’ee dhukkubsaate yaalaa dhaabe jira.

Dr. Gadaa Oljjirraa hojii qabsoo irra osoo jiru midhaama armaan dura mudatee ture, waggaa 4 duraa opireeshiini ta'ee osoo qaama isaa keessaa sibilaa hin baafatin gara biyyaatti gale,osoo galee hin turin mana hidhaatti darbatame, amma akka deeme baaftu qaama isa hidhee jiru gaafte gaafannaan akka isa didaan dubbata Oromoon bakka jiru sagalee akka ta’uf dhaamsa Jaallan mana hidhaati. Haqni Hoggaanota ABOf

 Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Umm...
24/01/2023


Kaaba Oromiyaa Godina walloo aanaa Jiillee Xummuggaa magaalaa sanbateettii Humni addaa Amaaraa fi Faannon waloodhan Ummata keenya Oromootirratti waraana guddaa bananiiru.

Humni addaa amaaraa duraan naannwa magaalaa Sanbatee gaara gubbaa qubatee ture. Har’a humni dabalataa konkolaataan sadi dabalameefi haala qindaayen ummata keenyarratti lola bananiiru.


Karoorri kee maali Naaf ibsitaa laataaGaariif moo hamaafiMaaf itti rarraataaMurteessuun ni cimaaKan taa'ee yaaduufiHarki...
24/01/2023

Karoorri kee maali
Naaf ibsitaa laataa
Gaariif moo hamaafi
Maaf itti rarraataa

Murteessuun ni cimaa
Kan taa'ee yaaduufi
Harkistee buusuuf moo qabattee yaabbuufi
by lata qana'i

✍Jiraachuu yoo sijibisiise jireenyi hiika yoo dhabellee abdii yoo kutattellee waan  tokko qofa yaadadhu   !!(dhalannee)
24/01/2023

✍Jiraachuu yoo sijibisiise
jireenyi hiika yoo dhabellee
abdii yoo kutattellee waan
tokko qofa yaadadhu

!!(dhalannee)

Address

Aspalt
Holeta

Telephone

+251932607621

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Addis entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Addis entertainment:

Share