Tolas

Tolas Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tolas, Public & Government Service, Holeta.

20/03/2025

Bitootessa 24, Bu’uura Injifannoowwan Keenyaa!

20/03/2025
20/03/2025

Bara kana ji'oota 8’n darban qofatti al-ergii Bunaa irraa galiin Doolaara biiliyoona 1.2 argamuu danda'eera jedhan.
Ji'oota 4 dhufan keessatti gara biiliyoona 2’tti ol guddisuuf hojjechaa jirra jedhan Dr Abiyyi.

20/03/2025

"የሚያማቸው የሚያቀረሻቸው ቢኖሩም በአፍሪካ 1ኛ ስንዴ አምራች ሀገር ኢትዮጲያ ናት"

20/03/2025

''Misoomawwan bu'uuraafi, maddeen galii baba'isuun barbaachisaadha'' Ministira Muummee Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahmad

20/03/2025
20/03/2025

Nuti kaleessa qofa kan faarsinu osoo hin taane boruu ijoollee keenyaa mijeessuuf hanga hojjachuu dandeenyuu ol hojjataa jirra.

Address

Holeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tolas posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share