08/08/2026
Godina Jimmaa Aanaa Saqaa Coqorsaatti Meeshaan Woraanaa seeraan alaa to’atamu Waajjirri Poolisii Aanaa Saqqaa Coqorsaa beeksise.
Hagayya 02/12/2018
Ajajaan Waajjira Poolisii Aanichaa Insp/Ol Jireenyaa Gabsaa akka jedhanitt. sakkata'insaa tasaa dandii irraat Konkolataa fe'isaa Isuzuu Lakki Gabataee C .00238 ka'umisii isaa Finfiinee garaa Naannoo kibbaa lixaa Ethiophiyaa Magaalaa Miizaaniitti deemaa turee keessaa Meeshaan Woraanaa " seeraan alaa. Shugguxiin Turkii 5 Rasaasa Kilaashi 280 waliin sakatta’iinsa geggeefameen to’atamuu beeksisaniru.
Dabalataanis Hogganaan kun meeshaaleen Seeraan alaa dadabarfaman Diinaa harka yoo. galaan nageenya Hawwasaa booresuuffi Lubbuufi Qabeenyaa Hawwasaa baleesuu kan danda'an t'uu ibsuun nageenyaa Waaressuun ,misooma eegalame ittifufsiisun kan dada'aamuu yoo nageenyii jeratee qofaa waan ta'eef Gochootaa Nageenyaa booresuu danda'anuu yeroo arguu Hawwaasin qaamolee nageenyaaf eeruu kennuun nageenyaa milikeesuu keessatti ciminaan akka hirmaatu gaafataniru.
@. Nageenyii Bu'uura waahundatti
Horaa Bulaa