Jimmaa Abbaa Jifaar

Jimmaa Abbaa Jifaar Jimmaa Biyya Mootii
Abbaa madda Falaasama ida'amuu🇪🇹💚🇪🇹💚

Oduu-Ammee Iraan Yoo Qabxiileen Sadeen tun nuuf guutame malee Mariin hin jiraatu:1. Qaamni hooggansa Keenya Ayatollah Al...
17/03/2026

Oduu-Ammee

Iraan Yoo Qabxiileen Sadeen tun nuuf guutame malee Mariin hin jiraatu:

1. Qaamni hooggansa Keenya Ayatollah Alii Khameenii ajjeese fi barattoota daa'imman 170 ajjeese dabarfamee Iraaniif kennamuu

2. Waraanni USA naannicha guutumaa guututti gadi lakkisee bahuu!
3. Dhimma gabbisa Niiwkulara Iraan - qabaachuu fi dhiisuu keenya kan murteessu USA osoo hin taane, Iraan qofa. Kanarratti walii galuu.

Yoo kun hin guutamin lolli itti fufa!

19/02/2026
19/02/2026
Halaabaatti muslimoonni kumaatamni Taraawiiha Salaatanii jiru! !
19/02/2026

Halaabaatti muslimoonni kumaatamni Taraawiiha Salaatanii jiru!
!

18/02/2026
👉Oromiyaan Ifoomse‼️Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Manifestoo fi mallattoo filannoo isaa kan  filannoo biyyoolessa...
18/02/2026

👉Oromiyaan Ifoomse‼️

Paartiin Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Manifestoo fi mallattoo filannoo isaa kan filannoo biyyoolessaa marsaa 7ffaa guyyaa har'aa ifoomse.

Nadoo/Bissii qamadii mallattoo, Idaa'amuu,tokkummaa fi gamtoomuu yoo ta'uu agarsiistuu humna walabummaa fi birmadummaa keenyati jedhan Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Kaffaloo Tafarraa.

    _Lolaan_WaaqaSomaalilaand Wal Gahii Addunyaa Switzerland   Keessatti Geggeeffamaa jiru irratti Itoophiyaaf Deeggarsa...
25/01/2026


_Lolaan_Waaqa
Somaalilaand Wal Gahii Addunyaa Switzerland Keessatti Geggeeffamaa jiru irratti Itoophiyaaf Deeggarsa Cimaa Taasiste.

Pireezidaantiin Somaalilaand Abdirahmaan Muhaammad Abdillaahi (Iroo) Michuun Kesnya Itoophiyaan Hulaa Galaanaa Argachuu Qabdi Jechuun Deeggarsa Gaaffii Hulaa Galaanaa Itoophiyaaf Qaban Ibsanii Jiru.

"We recognise Ethiopia’s need for access to the sea..." Jechuun Deeggarsa Itoophiyaaf Qaban Ifatti Miidiyaaf Ibsanii Jiru.

Keenya Lolaan Waaqa!

Hub: Gowwaan Tokko Tokko Somaalilaand Ofiifuu biyya hin Taane jedhee kan Wajjiin Falmuus hin Dhabamu.

Dhugaan Jirtu Garuu Somaalilaand Somaaliyaa Caalaa Biyya Jabduu Ta'uu fi Itoophiyaaf Ragaa Addunyaa irratti Bahuu Isheeti.👏

Kana 💊Liqimsaa Baandaa fi Yoo as jala Jiraattan. ??





25/01/2026

"Injifannoo Arganne Itichuun Qabsoo Uummata Keenyaa Sadarkaa Itti Aanutti Ceesisuuf Ciminaan nii Hojjenna."

Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa

Address

Jimma

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jimmaa Abbaa Jifaar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share