01/07/2026
Perezdaantii KONGIREESII FEDERAALAWAA OROMOO ( Oromo Federalist kongress) Pirofeesar Mararaa Guddinaa.
keenya umrii dheeraa nuuf jiraadhaa...
KFO Fakkeenya qabsoo karaa nagaa tahee itti fufa.
qabsoo karaa nagaatiin, Waan saba kee fayyaduu fi kaayyoo keetiif fayyadu bira gahuudhaaf gosoota qabsoo karaa nagaa jiran tokko tokkoon qashirtee fayyadamta.
Qabsoon kee qaama irratti qabsooftuu fi deeggartoota isaanii akka gammachiisuuf osoo hin taanee, dantaa Saba keetii kallattii akka dhaabaatti itti amanteen qabattee qabaoofta!.
KFO n kanatti jira. boris kanuma godha.
KFO n Dhugaan dhugaaf qabsaa'a male,
Shiraan gidiraaf hin deemu.....keessootti kana beekuun hundaafuu baroodha.