Waajjira Paartii Badhaadhina Aanaa Dawwee Harawaa

Waajjira Paartii Badhaadhina Aanaa Dawwee Harawaa polatical
(2)

Oomisha Loozii Aanaa Dawwee Harawaa Ganda Madiinee Kunniyyootti, oomishni loozii haala gaarii fi abdachiisaa ta’een oomi...
04/09/2026

Oomisha Loozii Aanaa Dawwee Harawaa Ganda Madiinee Kunniyyootti, oomishni loozii haala gaarii fi abdachiisaa ta’een oomishamaa jira.

Oomishni loozii kun galii maatii qonnaan bulaa guddisuu, carraa hojii uumuu fi oomishtummaa qonnaa cimsuuf gahee olaanaa qaba.

Dargaggeessi humna jijjiiramaa, abdii fi misoomaati!Dargaggoonni Magaalaa Booraa, hojii tola-ooltummaa gannaatiin ijaars...
03/09/2026

Dargaggeessi humna jijjiiramaa, abdii fi misoomaati!

Dargaggoonni Magaalaa Booraa, hojii tola-ooltummaa gannaatiin ijaarsa mana jireenyaa harka qalleeyyii irratti hojjetamaa jiru daawwachuun, hojii misoomaa hawaasaa keessatti gahee isaanii bahachaa jiraachuu mul’isan.

Dargaggoonni kunneen, Ayyaana Dargaggoota sababeeffachuun marii taasisanii booda, hojiiwwan misoomaa Magaalaa Booraa keessatti gaggeeffamaa jiran keessaa ijaarsa mana jireenyaa harka qalleeyyii daawwataniiru.

Daawwannaa isaanii keessatti, ijaarsi mana jireenyaa kanaa saffisa barbaadamuun xumuramee, yeroo dhiyootti maatii harka qalleeyyii fayyadamtoota taasisuuf gahee isaanii bahachuuf qophii ta’uu dubbachuun, hojii kana keessatti hirmaannaa fi deeggarsa isaanii cimsuuf waadaa galaniiru.

Qajeelcha Koomunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Saba Oromootiif Waraqaan Ragaa Beekamtii Sadarkaa Naannootti Kennameef!​...
03/09/2026

Qajeelcha Koomunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Saba Oromootiif Waraqaan Ragaa Beekamtii Sadarkaa Naannootti Kennameef!

​Biroon Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Amaaraa gamaaggama raawwii karoorra bara baajataa 2018 fi beeksisa karoora bara baajataa 2019 geggeesseera.

​Waltajjii kana irratti raawwiin hojii miidiyaa fi koomunikeeshinii bara baajataa 2018 Godinaalee fi Bulchiinsa Magaalota Naannichaa keessatti raawwataman hanqinaa fi milkaa'ina isaaniitiin gamaggamamuun, sadarkaan kennameefii xumura irratti badhaasni Waancaa fi Sadarkaa kennameera.

Haluma kanaan, Qajeelchi Koomunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Saba Oromoo haala adda ta’een raawwii baay’ee ol’aanaa galmeessuu isaatiin Waraqaan Ragaa Raawwii Gaarii fi Galateeffannoo Ol’aanaan kennameeraaf.

​Milkaa'inni fi beekamtiin ol'aanaan argame kun carraaqqii fi tumsa hoggantoota, ogeessota fi ummata keenya hundaatiin kan dhufedha!

​Bara baajataa 2019 keessatis gahumsa odeeffannoo ummataa fi mootummaa caalaatti guddisuufi hojii koomunikeeshinii keenya sadarkaa ol’aanaatti ceesisuuf kutannoo keenya cimsinee kan ittifufnu ta’a jedhan Itti Gaafatamaan Qajeelchaa Koomunikeeshinii Mootummaa Bulchiinsa Saba Oromoo.

“Beekumsa Dargaggootaa Gara Mul’ata Waliiniitti!”Bulchiinsa Saba Oromoo, Aanaa Dawaa Harawaatti W/Dhi/Du/Da/Dar fi hawaa...
03/09/2026

“Beekumsa Dargaggootaa Gara Mul’ata Waliiniitti!”

Bulchiinsa Saba Oromoo, Aanaa Dawaa Harawaatti W/Dhi/Du/Da/Dar fi hawaasummaa Aanaa Dawwee Harawaa guyyaa Ayyaana Dargaggoota Addunyaa kana sababeeffachuun, mata-duree “Beekumsa Dargaggootaa Gara Mul’ata Waliiniitti” jedhuun sagantaa kabajaa fi marii adda addaa gaggeessaa jira.

Ayyaanni Dargaggoota akka Addunyaatti yeroo 26ffaaf akka biyyaatti yeroo 25ffaaf mata-duree “Beekumsa Dargaggootaa Gara Mul’ata Waliiniitti” jedhuun kabajamaa jira.

Ayyaanichi dargaggoonni beekumsa, dandeettii fi humna isaanii fayyadamuun mul’ata waliinii ijaaruu, nageenya, tokkummaa fi misooma keessatti gahee isaanii bahachuu akka danda’an hubannoo fi kaka’umsa uumuuf kan xiyyeeffateedha.

Dargaggoonni har’aa abbootii mul’ata boruuti!
Beekumsa gara mul’ataatti, mul’ata gara hojiiitti!

አንድነትንና ትብብርን በማጠናከር ዘላቂ ሰላምና ልማትን እናረጋግጣለን!በደዋ ጨፋ ብልፅግና ፓርቲ ቅርንጫፍ ፅ/ቤት የደዋ ጨፋ ወረዳና የአጎራባች ወረዳዎች የፓርቲ ስራ አመራር የጋራ የውይይት ...
03/09/2026

አንድነትንና ትብብርን በማጠናከር ዘላቂ ሰላምና ልማትን እናረጋግጣለን!

በደዋ ጨፋ ብልፅግና ፓርቲ ቅርንጫፍ ፅ/ቤት የደዋ ጨፋ ወረዳና የአጎራባች ወረዳዎች የፓርቲ ስራ አመራር የጋራ የውይይት መድረክ እየተካሄደ ይገኛል ።

በዚህ ውይይት ላይ አጭር የውይይት መነሻ ሀሳብ በደዋ ጨፋ ወረዳ የአደረጃጀት ዘርፍ ኃላፊ አቶ አህመድ ሀሰን እያቀረቡ ይገኛሉ።

በቀረበው ሰነድ ላይ ሰፊ ውይይት እየተካሄደ ይገኛል።
በውይይቱ ውስጥ የሰላም፣ የልማት፣ የማህበራዊ ግንኙነት፣ የጋራ ትብብርና የፖለቲካ ሥራዎች ላይ ሰፊ ውይይት እየተካሄደ ይገኛል።

በአጎራባች ወረዳዎች መካከል የጋራ ውይይትና የተቀናጀ ሥራን በማጠናከር፣ በጋራ ባሉ ችግሮች ላይ በአንድ መግባባት ለመሥራት፣ አንድነትና ወንድማማችነትን ለማጠናከር፣ ዘላቂ ሰላምን ለማረጋገጥ፣ እንዲሁም የጋራ ልማትን ለማፋጠን ወሳኝ ነው።

የብልጽግና ፓርቲ፣ በሰላምና በልማት ጉዳዮች ላይ ከሚመለከታቸው አካላት ጋር ውይይትን፣ ትብብርንና የተቀናጀ ሥራን በማጠናከር ዘላቂ ጥቅም ለህብረተሰቡ ለማምጣት እየሰራ ይገኛል።

አንድነታችን ጥንካሬያችን ነው! 🤝
ትብብራችን የሰላምና የልማት መሠረት ነው!

Tokkummaa fi Tumsa Cimsuun Nageenyaa fi Misooma Waaraa Mirkaneessina!Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Dawaa Caffaa fi...
03/09/2026

Tokkummaa fi Tumsa Cimsuun Nageenyaa fi Misooma Waaraa Mirkaneessina!

Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Dawaa Caffaa fi Aanoota Ollaa gidduutti, Marii koree Paartii fi Siyaasa Aanoota Ollaa waliin mariin waloo gaggeeffamaa jira.

Marii kana irratti sandaa marii gabaabaa Obbo Ahmad Hasan, Itti Gaafatamaa Damee Gurmaa’inaa Aanaa Dawaa Caffaa, irraa dhiyaachaa jira.

Marii kana keessatti dhimmoota nageenyaa, misoomaa, hariiroo hawaasaa tumsa waliinii fi hojiiwwan siyaasaa irratti marii bal’aan gaggeeffamaa jira.

Aanoota ollaa gidduutti marii fi hojiiwwan qindaa’oo cimsuun, rakkoolee waliinii irratti hubannoo tokkoon hojjechuuf, tokkummaa fi obbolummaa cimsuuf, nageenya waaraa mirkaneessuuf, akkasumas misooma waloo saffisisuuf.

Paartiin Badhaadhinaa, dhimmoota nageenyaa fi misoomaa irratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii, tumsa fi hojii qindaa’aa cimsuun bu’aa waaraa hawaasaaf fiduuf hojjechaa jira.

Tokkummaan Humna Keenya!
Tumsi Bu’uura Nageenyaa fi Misoomaati!

የአማራ ክልል ከተማና መሰረተ ልማት ቢሮ በ2018 ዓ.ም የሥራ ዘመን የተሻለ የሥራ አፈጻጸም ላሳዩ ሪጆፖሊታን ከተሞች እና የዞን መምሪያዎች የዕውቅና እና የሽልማት መርሃ-ግብር አካሄደ።ከዞን...
02/09/2026

የአማራ ክልል ከተማና መሰረተ ልማት ቢሮ በ2018 ዓ.ም የሥራ ዘመን የተሻለ የሥራ አፈጻጸም ላሳዩ ሪጆፖሊታን ከተሞች እና የዞን መምሪያዎች የዕውቅና እና የሽልማት መርሃ-ግብር አካሄደ።

ከዞን መምሪያዎች መካከል የላቀ አፈጻጸም በማስመዝገብ፦

1ኛ ደረጃ፡ የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን አስተዳደር

2ኛ ደረጃ፡ የደቡብ ወሎ ዞን አስተዳደር

3ኛ ደረጃ፡ የአዊ ብሔረሰብ ዞን አስተዳደር በመሆን ተሻላሚ ሁነዋል።

እንኳን ደስ አላችሁ ከሚሴ ከተማ ውሃ እና ፍሳሽ አገልግሎት የከሚሴ ከተማ ውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ድርጅት አመራሮችና መላው ባለሙያዎች፤ እንኳን ደስ አላችሁ! በ2018 በጀት ዓመት የነበሩትን...
02/09/2026

እንኳን ደስ አላችሁ

ከሚሴ ከተማ ውሃ እና ፍሳሽ አገልግሎት

የከሚሴ ከተማ ውሃና ፍሳሽ አገልግሎት ድርጅት አመራሮችና መላው ባለሙያዎች፤ እንኳን ደስ አላችሁ! በ2018 በጀት ዓመት የነበሩትን ዘርፈ-ብዙ ተግዳሮቶችና አቅጣጫዊ ጫናዎችን በጽናት በመቋቋም፣ በክልሉ ካሉ ከ12 በላይ ተመሳሳይ ከተሞች 1ኛ ደረጃን በመያዝ የዋንጫ ተሸላሚ መሆን ችሏል

በድጋሚ እንኳን ደስ አላችሁ.

🏅እንኳን ደስ አላችሁ🏅የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን አስተዳደር ሴቶች ክንፍ ቅ/ጽ/ቤት በአማሪ ክልል የብልጽግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ ቅ/ጽ/ቤት በ2018 ዓ.ም ያቀዳቸውን መደበኛና ወቅታዊ የፖለቲካና ...
02/09/2026

🏅እንኳን ደስ አላችሁ🏅

የኦሮሞ ብሔረሰብ ዞን አስተዳደር ሴቶች ክንፍ ቅ/ጽ/ቤት በአማሪ ክልል የብልጽግና ፓርቲ ሴቶች ክንፍ ቅ/ጽ/ቤት በ2018 ዓ.ም ያቀዳቸውን መደበኛና ወቅታዊ የፖለቲካና የልማት ግቦችን በማሳካት ሂደት ዛን አስተዳደሩ ባስመዘገበው የላቀ አፈጻጸም 3ኝ ደረጃ በመውጣቱ ላሳየው ከፍተኛ የስራ ትጋትና የአመራር ቁርጠኝነት ይህ የምስክር ወረቀት ና pc Computer ተሰጥቷል፡፡

እንኳን ደስ አላችሁ🏅🏅🏅

የኦሮሞ ዞን ብልጽግና ፓርቲ ቅ/ጽ/ቤት የአደረጃጀት ዘርፍበ2018 በጀት አመት አጠቃላይ የአደረጃጀት ዘርፍ የተግባር አፈጻጸም በክልሉ ካሉ ዞኖች ጋር ተወዳድሮ 1ኛ ደረጃ ስለወጣ ይህ የምስክ...
02/09/2026

የኦሮሞ ዞን ብልጽግና ፓርቲ ቅ/ጽ/ቤት የአደረጃጀት ዘርፍ
በ2018 በጀት አመት አጠቃላይ የአደረጃጀት ዘርፍ የተግባር አፈጻጸም በክልሉ ካሉ ዞኖች ጋር ተወዳድሮ 1ኛ ደረጃ ስለወጣ ይህ የምስክር ወረቀት ና 1ኛ ደረጃ Lap Top Computer 🖥️ ከታላቅ ምስጋና ጋር ተሰጦታል፡፡

Address

Kemise

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Paartii Badhaadhina Aanaa Dawwee Harawaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share