FOLLE FORCE

FOLLE FORCE F***E FORCE IS NAMECLATURE OF OROMIA NATIONAL YOUTH ASSOCIATION AND LEGUE OF OROMO YOUTH LIKES, KERRO, F***E, KARRE KONDALA ETC.

BUT WE NAMED CLASSIFICATION SYSTEM WICH 1-8 SUBCLASS IN MANAGMENT.

being born from oromo peoples are not  crime! As natural humanity and world conistitution.***** but in Ethiopia*****It's...
07/05/2021

being born from oromo peoples are not crime!
As natural humanity and world conistitution.
***** but in Ethiopia*****
It's greate punishment if you searched and attended te be oromo tribe.

17/04/2021

F***E FORCE IS NAMECLATURE OF OROMIA NATIONAL YOUTH ASSOCIATION AND LEGUE OF OROMO YOUTH LIKES, KERRO, F***E, KARRE KONDALA ETC.
BUT WE NAMED CLASSIFICATION SYSTEM WICH 1-8 SUBCLASS IN MANAGMENT.

17/04/2021

Biyya itiyoophiyaa jedhamtu keessatti cunaursaan muslimootaa, akkuma kan Felesxiin
Roongeey
Burmaa
Hindii
Chayinaa fi biyyoota akkam mirga muslimoota daran cunqursoo tahaan caalaa hammaata dhufee jira.
Akka kanatti hegeeree muslimoota biyya keenyaatiif hedduu nama yaaddessa.

"Imalli guddicha seena qabeessi waboo gara Finfinneetti godhuun milkiin akka xumuramu shakkiin qabnu''Milkaa'aa jedhaan
16/04/2021

"Imalli guddicha seena qabeessi waboo gara Finfinneetti godhuun milkiin akka xumuramu shakkiin qabnu''

Milkaa'aa jedhaan

Waa'een Roorroo saba keenyaa kun maddi isaa eessaati?Saboota birootiin alatti addatti maaliif hidhaa,ajjeechaa,godaansaa...
13/04/2021

Waa'een Roorroo saba keenyaa kun maddi isaa eessaati?

Saboota birootiin alatti addatti maaliif hidhaa,ajjeechaa,godaansaa fi hacuuccaan dangaa hin qabne nurratti gaggeeffama?
**********************************************************
Deebii isaa isiniif qabannee dhiyeenyatti isiiniif dhufna. Like
Follow
Share godhaatii waliin gaha.

Warraaqsi Galaanni ummata Oromoo  Amboo, Naqamtee fi Hararitti eda galgala bifa walfakkaatuun eegale galmi isaa Bilisumm...
11/04/2021

Warraaqsi Galaanni ummata Oromoo Amboo, Naqamtee fi Hararitti eda galgala bifa walfakkaatuun eegale galmi isaa Bilisummaa Oromoo fi Oromiyaati! Ergaa jiru hunda isiniin geenya saba koo! Like, share,Follow godhaati waliin gahaa isiniif's

OROMIA NATIONAL YOUTH MOVEMENT (KERRO&F***E FORCE STANDUP)
10/04/2021

OROMIA NATIONAL YOUTH MOVEMENT (KERRO&F***E FORCE STANDUP)

Finfinneen karra shan qabdi     Karra qoree     Karra qirxii     Karra allooKarra qaalluu fiKarra gafarsaati.Akkanatti h...
04/04/2021

Finfinneen karra shan qabdi
Karra qoree
Karra qirxii
Karra alloo
Karra qaalluu fi
Karra gafarsaati.
Akkanatti heeraaf seenaan beekna.

Maddi. Kitaaba sirna gadaa maxxansa 1ffaa

OROMON BIYYA IJAARELAFAA LAFEETU ITTI CABE!
10/03/2021

OROMON BIYYA IJAARE
LAFAA LAFEETU ITTI CABE!

Address

Kemise

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when FOLLE FORCE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category