04/09/2026
๐๐๐ฃ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ ๐๐ข๐ข๐ฏ๐ข๐ฅ ๐๐๐ซ๐ฏ๐ข๐ข๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข, ๐๐๐ซ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐ ๐๐๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐๐ฆ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐๐ ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐๐ซ๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐ ๐๐๐ซ๐จ๐จ๐ซ๐ ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐'๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฌ๐จ๐จ๐ฆ๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐
๐ฎ๐๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐ฃ๐๐ญ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฌ๐ฌ๐.
===============================
Oromo Zone Civil Service Departement
๐๐๐ ๐๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐/๐๐๐๐ ๐๐๐ฆ๐ข๐ฌ๐๐
Qajeelcha Siivil Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Godina Saba Oromootti, Gareen Bulchiinsa Qabeenya Namaa fi Seerootaa Sagantaa Walbariinsa Karoora Guddina Cee'umsaa fi Misooma Itti Fufiinsaa kan bara baajataa 2019ti Ogeessoota Garichaa Waliin Gaggeesse.
Sagantaa Kana irratti Dursaan Garee bulchiinsa qabeenya namaa fi seerootaa obboo ๐๐ฅ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ข ๐๐ฎ๐๐ฅ๐ข๐ก ๐๐๐๐๐ฅ๐ฅ๐ karoora guddina cee'umsaa fi misooma itti fufaa garichaa haala gaariin dhiheessanii jiru.
Dhumarratis, Yaadoota fi gaaffiilee hirmaattoota saganticha irratti argaman biraa ka'een mariin bal'aan gaggeessamuun saganticha milkaa'inaan xumuramee jira.