18/08/2026
MBNA bulchiinsa saba oromootti gandoota aanaa dawwee harawaa jalatti argaman hunda keessatti wal tajjiin nageenya waaraaf gahee dubartootaa mata duree jedhuun dubartootaa waliin gaggeeffamaa ture har'a xumurame.
Guyyaa har'aa ganda wacaqaa,ganda uranee salaamaa,ganda ajoo,magaalaa harawaa fi ganda madiinee kunniyyootti mariin dubartootaa nageenya irratti xiyyeeffate haala gaariin gaggeeffameera
Marii kanaanis dubartoonni nageenya waaraa fiduu keessatti gahee isaanii akka hubatanii fi bahatan kan taasifame yoo tahu dubartoonni marii irratti hirmaatanis waan isaanirraa eegamu hunda gochuun nageenyaaf tumsa akka godhan ibsanii jiru.
በአብክመ ኦሮሞ ዞን አስተዳደር ደዌ ሀረዋ ወረዳ ስር በሚገኙ ሁሉም ቀበሌዎች ለዘላቂ ሰላም የሴቶች ሚና በሚል መሪ ቄል ሲካሄድ የነበረው የሴቶች መድረክ ዛሬ ተጠናቋል።
በዛሬው እለት ወጨቃ ቀበሌ፣አጆ ቀበሌ፣ኡረኔ ሰላማ ቀበሌና መዲኔ ኩንዮ ቀበሌና ሀረዋ ከተማ በሰላም ዙሪያ ከሴቶች ጋስ ሰፊ የውይይት መድረክ ተካሂዷል።
የውይይት መድረኩ ዘላቂ ሰላም ለማስፈን ሴቶት ያላቸውን ድርሻ እንዲያውቁና በሰላም ላይ ተግተው እንዲሰሩ ለማድረግ ያለመ ሲሆን ተሳታፊዎችም ለሰላም ቅድሚያ ሰተን በመስራት ለሰላም የበኩላችንን ድርሻ ለመወጣት ዝግጁ ነን ሲሉ ገልፀዋል።