Abba bayaan

Abba bayaan Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abba bayaan, Public swimming pool, Harar, Kombolcha.

27/02/2026

Aboo Rabbiin Nuhaa milkeesuu

09/02/2026

Ramadaanii dhufee jiraa Maaliin eega jirtaaa Manaani moo Qalbiiiniiiii

Daa'iin Islaamaa jaalatamaan Sheikh Mahmoud Al-hasanat fuula Facebook isaanii irratti; “Furmaanni dhihaatee jira. Du'aa'...
27/01/2026

Daa'iin Islaamaa jaalatamaan Sheikh Mahmoud Al-hasanat fuula Facebook isaanii irratti; “Furmaanni dhihaatee jira. Du'aa'ii teessan Sheekha jaalatamaa Khaalid Arraashidiif” ja'ee barreesse.

Dhiira mana hidhaa osoon tahin masaraa mootiitiin malteetu mana hidhaa jira. Dhihotti nuuf haa baasu 🤲

Filannoo Kantiibaa New York kan injifate namni Muslimaa jalqabaa Zohran Kwame Mamdani seenaa magaalaa guddittii kanaa ke...
31/12/2025

Filannoo Kantiibaa New York kan injifate namni Muslimaa jalqabaa Zohran Kwame Mamdani seenaa magaalaa guddittii kanaa keessatti kantiibaa Qur'aanaa qabatee kakuu raawwatu (waadaa aangoo seenu) isa jalqabaa ta'a.

Mamdaaniin bara faranjootaa haaraa kana (January 1) jechuunis sa'aatiilee booda kakuu raawwachuun waajjira Kantiiba New York seenaFilannoo Kantiibaa New York kan injifate namni Muslimaa jalqabaa Zohran Kwame Mamdani seenaa magaalaa guddittii kanaa keessatti kantiibaa Qur'aanaa qabatee kakuu raawwatu (waadaa aangoo seenu) isa jalqabaa ta'a.

Mamdaaniin bara faranjootaa haaraa kana (January 1) jechuunis sa'aatiilee booda kakuu raawwachuun waajjira Kantiiba New York seena.

Sagantaan Eebba majlisa Qur'aanaa Ustaaz   guyyaa har'aa Haramaayaa siitiitti haala bareedaa taheen gaggeeffame.
31/12/2025

Sagantaan Eebba majlisa Qur'aanaa Ustaaz guyyaa har'aa Haramaayaa siitiitti haala bareedaa taheen gaggeeffame.

Gootaa jaarra Kana kan tahee Abuu ubeydaan Aakiramuun dhageyamee Rabbiin galmee shyhadoota keesatii Haa.galmeysu
29/12/2025

Gootaa jaarra Kana kan tahee
Abuu ubeydaan Aakiramuun dhageyamee
Rabbiin galmee shyhadoota keesatii Haa.galmeysu

29/12/2025

Innaa lillaahi Wa'innaa Ileyhi Raaji'uun.
Abbaan Sheikh Jamaal Aliyyii Gara ganda Aakhiraa Godaanee jira .

Rabbiin rahmata isaanii haa godhu sheeka keenyaa fi maatii isaanii hundayyuu rabbiin haa sabbarsiisu jechaa hawaasni keenya kan Dirre dawaa fi nannawa isheeti argamtan hundi keessanuu keessattuu halqaaleen ilmii guyyaa boruu salaata janaazaa abbaa sheeka keennaa kana irratti hirmaadhaan dhaamsa kiyya.

GALATOOMAA.

Address

Harar
Kombolcha

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abba bayaan posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share