Mechara Agricultural Research Center

Mechara Agricultural Research Center Mechara Agricultural Research Center
was established in 1997 E.C. on 45 ha of
land with primary objective to conduct
research on Hararghe coffee.The center

on 45 ha of
land with primary objective to conduct
research on Hararghe coffee.The center is located 434 km to the east
of Addis Ababa in Daro Labu District of
West Hararghe Zone in Oromia Regional
State. It is 115 km from Ciro town (Zonal
Capital) to the south on a gravel road
that connects to Arsi and Bale Zones. Its latitudinal and longitudinal positions
are 40019.114 N and 08035.589 E
respecti

vely.The center is organized under Oromia
Agricultural Research Institute having
four main research processes namely
crop, livestock, natural resources and
socio-economic & agricultural extension
each of them including two or more
research teams. It has also three support
processes and farm management.

Amantoota Kirstaanaa hundaaf baga Ayyaana Faasikatin  isiniin gahe nuun gahe! Happy easter to all kirstian around the wo...
12/04/2026

Amantoota Kirstaanaa hundaaf baga Ayyaana Faasikatin isiniin gahe nuun gahe! Happy easter to all kirstian around the world!

Abbaan tayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa aanota  Hararghee lixaa fi baah akkasumas  Arsiif buna filataama Giddu gale...
10/04/2026

Abbaan tayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa aanota Hararghee lixaa fi baah akkasumas Arsiif buna filataama Giddu galeessa keenya irra bituun deeggarsa godhanii jiru

22/03/2026

Hordoftootaa Amantaa Musilimaa hunda baga Ayyaana Sooma hikkaa (Eid Mubarak) 1447 ffaa isiniin gahe!

21/03/2026

Eid Mubarak to all Musilim around the world!

Obbo Shaananaa Haayilee Dabalaa gaafa guyyaa 08/03/2018 irraa eegalee Hojii Gaggeessaa Gidduu Galeessaa Qorannoo Qonna M...
17/11/2025

Obbo Shaananaa Haayilee Dabalaa gaafa guyyaa 08/03/2018 irraa eegalee Hojii Gaggeessaa Gidduu Galeessaa Qorannoo Qonna Machaaraa ta'uun ramaddii fudhateera. Haalumaa kanaan guyyaa har'a baallii kan wal harkaa fuune ta'uu ibsaa Obbo Shaananaa Haayileef bara hojii gaarii haa ta'u jechaa, hojjeetoota keenya, IQQO fi maamiltootni keenya hundi deegarsa akka gootanif kabajaan gaafadha.
BARA HOJII GAARII!!!

12/02/2018Overview of Mechara ARC Research activities and technology multiplication status.
22/10/2025

12/02/2018
Overview of Mechara ARC Research activities and technology multiplication status.

Inisheetivii qonnaa mootummaan naannoo Oromiyaa qabate galmaan gahuuf oomishaa sanyii filatamaa mishingaa aanaa Habroo g...
03/10/2025

Inisheetivii qonnaa mootummaan naannoo Oromiyaa qabate galmaan gahuuf oomishaa sanyii filatamaa mishingaa aanaa Habroo ganda Caffee-13 tti qindoomina Gidduu Galeessaa Qoranno Qonna Machaaraan fi aanaa Habroo hojjetame kana fakkaata

Sanyii mishingaa fooyya'aa gosa Ayinaagee heektara irraa hanga kunt. 42 kennuu Gidduu Galeessa Qorannoo Qonna Machaaraan...
23/09/2025

Sanyii mishingaa fooyya'aa gosa Ayinaagee heektara irraa hanga kunt. 42 kennuu Gidduu Galeessa Qorannoo Qonna Machaaraan gadilakkifame ooyiruu qonnan bulaa aanaa Habroo gandaa Caffee-13 tti babal'achaa jiru sadarkaa gaarii irra jira. hojiin babal'isuu kun qindoomina qorannoo qonna machaaraa, waajjiira qonnaa aanaa Habroo fi waajjira ganda Caffee-13 n hojjetamaa Kan jirudha.

Hordoftootni keenya hundi baga nagaan bacaqii gannaa irraa gara booqa biraatti cee'etan jechaa, bari 2018 kan nagaa jaal...
10/09/2025

Hordoftootni keenya hundi baga nagaan bacaqii gannaa irraa gara booqa biraatti cee'etan jechaa, bari 2018 kan nagaa jaalalaa, gammachuu, guddinaa, badhaadhinaa fi itti fayyada teekinoloojii haaraa itti guddisnuu isiniif haa ta'uu.
AYYAANA GAARII!!

Research activities status at Mechara ARC on station
23/08/2025

Research activities status at Mechara ARC on station

Great congratulation!! One sesame and two coffee varieties approved by national varity releasing committepulse & oil res...
20/06/2025

Great congratulation!! One sesame and two coffee varieties approved by national varity releasing committe
pulse & oil research team release one sesame varity for west hararghe and similar agroecology. And also coffee improvement team also release two Hararghe coffee varities collaboratively with JARC. For the success of this achievement we would congratulate respective team for their hardwork day and night, FSRP for funding sesame activity and IQQO for their general support. Additionalyy, we thanks our stakeholders for their collaboeation and without their engagement our success is not full.

Address

West Hararghe Zone
Mechara
19

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mechara Agricultural Research Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mechara Agricultural Research Center:

Share