Mettu Twon Peace & Administration

Mettu Twon Peace & Administration Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mettu Twon Peace & Administration, Government Organization, Metu.

Waltajjin Maree Qindoomina Poolisii Hawwasaa B/M/Mattuu fi Caasaalee Gandaa gaggeffame.Maree kana irrattis Mootoroota Po...
09/02/2022

Waltajjin Maree Qindoomina Poolisii Hawwasaa B/M/Mattuu fi Caasaalee Gandaa gaggeffame.Maree kana irrattis Mootoroota Poolisii Hawwasaaf bitaameef Eebbisisuuf Koreen hunda'ee jira.

Baga Jala bultii Ayyanaa Qillee geessan.Bifa kanaan qamoolee Nageenyaa waliin dabrsine.
06/01/2022

Baga Jala bultii Ayyanaa Qillee geessan.Bifa kanaan qamoolee Nageenyaa waliin dabrsine.

@@ Biyya keenya nageenya ishee tiksuun nannoo keenyaaf halkaani fi guyyaa waardiyyaa dhaabbannee haa Eggannu@@
14/12/2021

@@ Biyya keenya nageenya ishee tiksuun nannoo keenyaaf halkaani fi guyyaa waardiyyaa dhaabbannee haa Eggannu@@

@ RIBtti makamuuf galmaniif Hubannoon kenname.gafa 3/4/2014 maree gaggeffameen dargaggootni fedhii guutuu kan qabanif ye...
13/12/2021

@ RIBtti makamuuf galmaniif Hubannoon kenname.gafa 3/4/2014 maree gaggeffameen dargaggootni fedhii guutuu kan qabanif yeroobgababaa gidduutti meedikaalii galanii deemuu akka barbadan ibsaniru.Marsaa kanatti obbolootni lama lama mana tokkoo keessaa akka hirmataan hubatameera.

Maree Haala nagenyaa fi waltajjii Qindoominaa Bul.Nageenya M.Mattuu fi Poolisii M.Mattuu waliin gaggeffame.
13/12/2021

Maree Haala nagenyaa fi waltajjii Qindoominaa Bul.Nageenya M.Mattuu fi Poolisii M.Mattuu waliin gaggeffame.

13/11/2021

Akkam jirtu hordoftoota page kanaa nageenya Magaalaa keenyaa,Godina keenyaa,naannoo fi biyyaa keenyaa wal tumsuun haa Eeggannu!

13/11/2021

Address

Metu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mettu Twon Peace & Administration posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share