Qonna Keenna

Qonna Keenna Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qonna Keenna, Government Organization, Negele.

Qonni Jiruufi jireenna hawaasa keenna kan Qotee Horsiifatee bulu karaa jirjiiruun hojiirra oolchuun fayyadamummaa Hawaasa guddisuuf sirna Teeknooloojii ammayyoomeen beekkumsa xabboo jirus itti dabalee hojjachuun Qonna Ammayyaa'ee gaggeessuu qabna.

Fayyadama FarmerchatOnkoloolessa 19, 2018FinfinneeKabajamtooti Hordoftoota Fuula Feesibuukii 'Facebook' Qonna Keennaa Ap...
29/10/2025

Fayyadama Farmerchat
Onkoloolessa 19, 2018
Finfinnee

Kabajamtooti Hordoftoota Fuula Feesibuukii 'Facebook' Qonna Keennaa Application 'Farmerchat' jedhamu kan Biyya keenna keessatti jalaqamee Gorsa Qonnaa Bultootaafi Horsiisee Bultootaaf kennuu irratti argamu, Ragaa tilmaama ykn Raaga haala qilleensa, Itti fayyadama Xaa'oo, Facaasa Midhaan gosa adda addaafi kkf irratti AI fayyadamee Gorsa bu'a qabeessa kennaa waan jiruuf, kanuma hubattanii Application Farmerchat jedhamu bilbila harkaa keessan irratti buufattanee akka itti fayyadamtani isinii dhaamna.
farmerchat

25/10/2025
Buna Diimaaqulqullinaan  yoo guurame Sadarkaa olaanaa qabaata!
25/10/2025

Buna Diimaa
qulqullinaan yoo guurame Sadarkaa olaanaa qabaata!

Iskeelii Mindaa Haaraa ifoome!
02/10/2025

Iskeelii Mindaa Haaraa ifoome!

Dear Ethiopians and Friends of Ethiopia across the globe,Today, we stand at the dawn of a new era, not just for our nati...
09/09/2025

Dear Ethiopians and Friends of Ethiopia across the globe,

Today, we stand at the dawn of a new era, not just for our nation, but for the entire region. As we inaugurate the Grand Ethiopian Renaissance Dam (GERD), our hearts are filled with profound gratitude and immense pride. This moment is a testament to what a nation can achieve when it stands united in purpose and unwavering in its faith.

First and foremost, we offer our highest praise and thanks to the Almighty God. It is by His grace and guidance that we have overcome immense challenges. When international lenders turned away, refusing to finance our dream, it was the will of God that moved the spirit of our people. He ignited in us a determination to achieve the impossible, transforming a dream into a concrete reality, funded by the sacrifices of every Ethiopian, from every corner of our diverse and beautiful land.

We remember the diplomatic challenges and the pressures from our downstream neighbors, Egypt and Sudan. Through it all, we remained steadfast, guided by a principle of equitable and reasonable utilization, and a commitment to peaceful dialogue. We thank God for granting our leaders wisdom and our diplomats patience to navigate these complex waters. This dam is not a threat, but a beacon of hope for regional cooperation and mutual prosperity.

The GERD is more than a hydroelectric project; it is a monument to our unity. It was built by the collective will of over 110 million people. It symbolizes what we can achieve when we collaborate, when we look past our differences, and work towards a common, luminous goal. It is a powerful promise to future generations that their future will be lit by clean energy and powered by self-reliance.

As we celebrate this inauguration, let us renew our pledge to the unity and collaboration that brought us here. May the same spirit that built the GERD guide us in building an even more prosperous, peaceful, and united Ethiopia.

May God bless Ethiopia and the People

01/09/2025

"Har'arraa eegalee ji'oo poolatiksii Itoophiyaan ni jijjiirama" MMDr Abiyyi Ahimad
=
Rakkoon Itoophiyaan qabdu keessaa guddichi laga Abbaayyaa ta'uu kan ibsan Muummichi Ministeeraa Dr Abiyyi Ahimad, rakkoon kun har'arraa eegalee kan hiikamu ta'uu ibsaniiru.

Hidhichi ijaaramee xumuramuu isaatin ji'oo polatiksii Iroophiyaa kan jijiiru ta'uu ibsaniiru.

Hidhichi bishaan qabachuu isaatinis biyyoota yaa'a gadeetirraa bishaan leetira tokkollee kan hin hir'anne ta'uus eeraniiru.

01/09/2025
01/09/2025
01/09/2025
01/09/2025

Waadaa Gochaan dhugoome!

Aanaa Qarsaa Mallimaa Shawaa Kibba LixaaOBN Afaan OromooOromia Communication Bureau Addisu Arega KitessaHighlightsOromia...
01/09/2025

Aanaa Qarsaa Mallimaa Shawaa Kibba Lixaa
OBN Afaan Oromoo
Oromia Communication Bureau Addisu Arega Kitessa
Highlights
Oromia Prosperity Party / OPP /
Oromia Industrial Parks
Biiroo Qonnaa Oromiyaa/Oromia Bureau of Agriculture/
Caffee Oromiyaa / 'Caffee' Oromia
Oromia Education Bureau
Oromia cooperative promotion agency OCPA
Oromia Agricultural Research Institute
Oromia President Office
Wario Saro Arero
Qonna Keenna
Zelalem Dinka Fufa

Address

Negele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qonna Keenna posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Qonna Keenna:

Share