Mana Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa

Mana Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa, Public School, Jimmaa Arjoo, Nek'emte.

Mana barumsaa addaa Dr.Hayilee Fidaatti Barattoota kutaa 12ffaa bara kana jechuunis 2016 Qormaata seensa Yuniversitii fu...
26/06/2024

Mana barumsaa addaa Dr.Hayilee Fidaatti Barattoota kutaa 12ffaa bara kana jechuunis 2016 Qormaata seensa Yuniversitii fudhatan guyyaa isaan itti qophii wal geggeessaa godhatan!

Barri kun bara ofiis milkooftanii Maqaa Goota keenya Dr.Hayilee Fidaa itti waamsistan isiniif haa ta'u!

Manni Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa qormaata xumura Samisteera tokkoffaa haala qulqullina isaa eeggateen qorsiisaa jir...
02/02/2023

Manni Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa qormaata xumura Samisteera tokkoffaa haala qulqullina isaa eeggateen qorsiisaa jira

18/01/2023

Fuula Mana Barumsaa Addaa Sadarkaa 2ffaa Dr.Hayilee Fidaatti Baga nagaan dhuftan!

Fuula Mana Barumsaa Seena Qabeessa Haayyuu keenya Dr.Haayilee Fidaa. Barattoota Mana Barumsichaa waliin!
05/06/2022

Fuula Mana Barumsaa Seena Qabeessa Haayyuu keenya Dr.Haayilee Fidaa.
Barattoota Mana Barumsichaa waliin!

Address

Jimmaa Arjoo
Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Barumsaa Addaa Dr.Hayilee Fidaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category