East W/Z/Agri. Office /W/ra Qonnaa G/W/Bahaa

East W/Z/Agri. Office /W/ra Qonnaa  G/W/Bahaa Callaa fi calloomina daballee jiruu fi jireenya Qonnaan bulaa fooyyessuun Oromiyaa Badhaate Uumuu

Qaammee 1-2018 Guyyaa  .''Gara Boqonnaa Haaraa fi Sadarkaa Olka'iinsaatti''-WQGWB
06/09/2026

Qaammee 1-2018 Guyyaa .
''Gara Boqonnaa Haaraa fi Sadarkaa Olka'iinsaatti''-WQGWB

Galateeffannaa fi Beekamtii Raawwii Hojii Bara 2017/18​Waajjirri Qonnaa Godina Wallagga Bahaa raawwii hojii bara 2017/18...
05/09/2026

Galateeffannaa fi Beekamtii Raawwii Hojii Bara 2017/18

​Waajjirri Qonnaa Godina Wallagga Bahaa raawwii hojii bara 2017/18 milkaa'inan xumuruu isaa ilaalchisee, qaamolee gumaacha olaanaa taasisaniif sirna beekamtii fi galateeffannaa bareeda ta'e gaggeessee jira.

​Milkaa'ina damee qonnaa keenyaatiif gahee guddaa kan fudhatan, hojii isaaniitiin fakkeenya kan ta'anii fi gumaacha olaanaa taasisaniif beekamtiin kennameera.

​Qaamolee Beekamtiin Kennameef:

​Adeemsoolii Hojii: Adeemsoolii hojii Aanaalee Waajjira Qonnaa keessatti hojii isaanii sadarkaa olaanaatti raawwachuun xumuran.

​Aanaalee Godinichaa: Aanaalee cuunfaa raawwii hojii waliigalaatiin sadarkaa godinaatti madaallii olaanaa galmeessisuun fuulduraatti bahan.

​Ogeeyyii "AI" : hojii isaaniitiin qaxalee tahan

​Qooda Fudhattoota fi Dhaabbilee:
​Dhaabbilee Mootummaa fi Miti-mootummaa gumaacha teeknikaa fi fayinaansii taasisan.

​Dhaabbata Geejiba Deddeebisa Uummataa deeggarsa lojistikii kennaniif.

​Abbootii Qabeenyaa sektera qonnaa guddisuuf bira dhaabbatan.

​"Gumaacha fi kutannoo keessan ilaalcha keessa galchuun galata guddaa isiniif dhiyeessina. bara dhufuufis injifannoo caaluuf waliin akka hojjennu abdii guutuu qabna!"

​Waajjira Qonnaa Godina Wallagga Bahaa

Guddisa Qonnaa – Wabii Nyaataa fi Misooma Biyyaatiif!

Daawwannaa Hojiin Agarsiisaa WLQB 2018Godina Wallagga BahaaAanaa Sibuu SireeGanda   Jaarsoo
04/09/2026

Daawwannaa Hojiin Agarsiisaa WLQB 2018
Godina Wallagga Bahaa
Aanaa Sibuu Siree
Ganda Jaarsoo

🟢 GAMAAGGAMA HOJII KTL - WAJJIRA QONNAA GODINA WALLAGGA BAHAA 🚜📊Hagayya 26, 2018   ​Guyyaa har’aa ogeeyyii dhimma hojii ...
01/09/2026

🟢 GAMAAGGAMA HOJII KTL - WAJJIRA QONNAA GODINA WALLAGGA BAHAA 🚜📊
Hagayya 26, 2018
​Guyyaa har’aa ogeeyyii dhimma hojii KTLf ramaddii fudhatanii gara aanotaatti bobba’uun hojii hordoffii fi deeggarsa ogummaa kennaa turan waliin gamaaggamni sadarkaa hojiin irra jiru gaggeeffameera!

​✨ Gamaaggama kanaan ​Ogeeyyiin hojiiwwan damee garaagaraan hojjetaman dhiyeessuun bal’inaan ibsa kennaniiru. akkasumas​ milkaa’inni jiru mariin gabbateera; yaadaa fi gaaffiwwan ogeeyyiin kaasanirrattis mariin bal’aan taasifameera.
​🎯 Xumura irrattis,Hogganaan Waajjira Qonnaa Godina Wallagga Bahaa, Dr. Derejjee Birihaanuu, ibsa bal’aa fi kallattiiwwan fuula duraa taa’an irratti hundaa’uun hojiin marsaa itti aanu caalaatti akka cimu hubachiisuun gamaaggamichi milkaa’inaan xumuramee jira.

Misooma kuduraa fi Muduraa
01/09/2026

Misooma kuduraa fi Muduraa


Misooma kilastera muuzii
30/08/2026

Misooma kilastera muuzii

29/08/2026
Hojiin Agarsiisa   Aanaa  Ganda
27/08/2026

Hojiin Agarsiisa
Aanaa
Ganda

Hojiin Agarsiisaa
27/08/2026

Hojiin Agarsiisaa


Misooma Atar_BoonsituuGodina Wallagga BahaaAanaa Guutoo_Giddaa
26/08/2026

Misooma Atar_Boonsituu
Godina Wallagga Bahaa
Aanaa Guutoo_Giddaa

Address

Nek'emte

Telephone

+251949081337

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East W/Z/Agri. Office /W/ra Qonnaa G/W/Bahaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to East W/Z/Agri. Office /W/ra Qonnaa G/W/Bahaa:

Shortcuts

Share