Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee

Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee Government services

Adooleessa 16,2018Ejensiin Mirkanessaa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa Damee Naqamtee, Gamaaggamaa Raawwii Karoora Waggaa  bara...
23/07/2026

Adooleessa 16,2018
Ejensiin Mirkanessaa Gahumsa Ogummaa Oromiyaa Damee Naqamtee, Gamaaggamaa Raawwii Karoora Waggaa bara 2018 gaggeesse.
Gamaaggamaa kanaan Ciminaalee, Hanqinaalee fi Rakkoolee raawwii karoora keessatti turan gabaasan ilaalamee jira. Haaluma kanaan Ejensiin Mirkaneessa Mirkaneessa Gahumsaa Ogummaa oromiyaa Damee Naqamtee baroota darbaan irra bara kana hojii madaallii gahumsaa ogummaatiin karoora ol raawwate jira, akkasumaas galmootan kan hafan jiraachuus ilaalamee jira. Kanaafuu, Ciminaaleen turan akka itti fufu ta'ee, Hanqinaaleen turan karoora bara itti aanuu keessatti xiyyeeffannoon akka hojjetamuuf kallattiin kenname jira. AKka walii galattii hojii Madaallii Gahumsaa Ogummaa qulqullinaa, fi dhaqabamaa ta'ee tajaajila guutuu ta'ee kennuuf qophii ta'uu ibsamee jira.

23/07/2026
13/07/2026

Kabajamtoota Maamiltoota Keenya Beeksisa Kana Dubbisaatii Waliif Qoodaa.

Kominikeeshinii EMGOO Adoolessa 06/2018

Adooleessa 02,2018 BEEKSISA   Iddoo WaajjiraMaamiltoota Mana hojii Keenyaa HundaafEjensiin Mirkaneessa Gahumsaa Ogummaa ...
09/07/2026

Adooleessa 02,2018
BEEKSISA
Iddoo Waajjira
Maamiltoota Mana hojii Keenyaa Hundaaf
Ejensiin Mirkaneessa Gahumsaa Ogummaa Oromiyaa Damee Naqamtee Kanan dura Gamoo Yuuniyyeenii Gibee Dhiidheessa Darbii 2ffaa irra kan turee guyyaa har'a irra eegalee Gara Moora Waajjira Barnoota Godina Wallaggaa Bahaa Gamoo Komiishinii Farra Maalammaaltummaa Damee Lixaa Darbii 1ffaa itti jijjiiramee jira. Kanaafuu Maamiltoonii gara mana hojii keenya dhuftaanii har'a eegalee bakka waajjira keenya moora kana ta'uu kabaajan isiin beeksifna.

29/06/2026

Kabajamtoota Maamiltoota Keenya Ergaa Kana Dubbisaatii Waliif Qoodaa.

  Mirkaneessa Gahumsa Ogumma Oromiyaa Damee Naqamteetti Hubannoo ISO/IEC 17024:2012 Ogessoota Ejensii Mirkanessa  Gahums...
21/05/2026

Mirkaneessa Gahumsa Ogumma Oromiyaa Damee Naqamteetti Hubannoo ISO/IEC 17024:2012 Ogessoota Ejensii Mirkanessa Gahumsaa Ogumaa oromiyaa irra dhufaniin hojjettoota EMGOO Damee Naqamteef kennamaa jira.
Hubannoon kun kennamaa kan jiru ogeessoota EMGOO irraa dhufaniin yoo ta'u akkaataa istaandardii (ISO/IEC 17024:2012) taa'een hojjachuuf haal dureewwan barbaachisoo ta'an irratti kennamaa jira.

Address

Oromia
Nekemte

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ejensii Mirkaneessa Gahumsa Ogummaa Oromiyaatti - Damee Naqamtee:

Shortcuts

Share