Nadi Gibe Woreda Government Communication Office

Nadi Gibe Woreda Government Communication Office Nedi Gibe Woreda Communication Page

Hidhi Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa Injifannoo dhaloota haaraati!**************Lammiileen Itoophiyaa wareegama qaalii ka...
29/08/2025

Hidhi Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa Injifannoo dhaloota haaraati!
**************
Lammiileen Itoophiyaa wareegama qaalii kaffaluun birmadummaa biyyaa tiksanii dhaloota kana dhaalchisaniiru. Kanaanis Itoophiyaan biyya gootummaan beekamtu fakkii barmadummaa Afriikaa ta'uunis leellifamti. Haa ta'u malee, birmadummaa dhiigaan gonfatamee gootummaa Alaabaa Itoophiyaa sadarkaa Idil-Addunyaatti olqabe dafqaan dabaaluu dhabuun birmadummaan keenya guutuu akka hin taane taasiseera.

Hiyyummaa seenaa taasisuun birmadummaa Itoophiyaa guutuu gochuuf pirojektoota meeggaa jalqabsiifaman keessaa Hidhi Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa angafummaan kan eeramudha. Hidhi Haaromsaa pirojektii seena qabeessa hirmaannaa lammiilee Itoophiyaatiin ijaaramaa jiru yoo ta'u bittaa boondiifi arjoomaa lammiilee Itoophiyaatiin Ashaaraa dhaloota haaraa kaa'amedha. Kanaanis deeggarsa alaa tokko malee, kan ijaarame Hidhi Haaromsa Itoophiyaa pirojektii guddicha Itoophiyaan danda'uu ishee ittiin mul'ifte mallattoo sabboonummaa injifannoo Adwaatti aansee galmaa'edha.

Odeeffannoo Dabalataaf:
------
Facebook: https://www.facebook.com/kominikeeshinii.aanaaxirooafataa.7
------
Telegram: https://t.me/+uC110EIZRJ02ZTVk
------
TikTok: https://www.tiktok.com/?_t=ZM-8z6QcV6y7GS&_r=1
------
Twitter: https://x.com/GibeNadi37874?t=hatu6tXvy1BWKMhB4ghy3A&s=09
------
YouTube: https://www.youtube.com/

29/08/2025
 !Ashaaraa Keenya Kaawwanna!  17/2016 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan Miliyoona 600 dhaabuudhaan Ashaaraa keenya haa kaawwa...
16/08/2024

!
Ashaaraa Keenya Kaawwanna!

17/2016 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan Miliyoona 600 dhaabuudhaan Ashaaraa keenya haa kaawwannu.

Guutummaa Itoophiyaatti qalbii tokkoon Ashaaraa keenya haa keewwannu. Yoo tokko taane kana caalaayyuu ni dandeenya!

Gaheessonni biqiltuuwwan 20 ol, Gaammeewwan immoo 10 ol dhaabuudhaan , bakka malutti haa mul'ifnu.

MM Itiyoophiyaa Dr. Abiy Ahimad irraa darbeedha.

Ni Dandeenya!
Yaadaafi Qalbii Tokkoon Ashaaraa Keenya Ni Kaawwanna!

14/02/2024
14/02/2024

Address

Omo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Nadi Gibe Woreda Government Communication Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share