Unkusha Anse

Unkusha Anse Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Unkusha Anse, Public School, 03, Robe.

Duguggurruu dhalootaa RMSEC.. GO ON.
03/05/2024

Duguggurruu dhalootaa RMSEC.. GO ON.

HUNDAAF.. Dhaabanni Roobe Muslim Education Center (RMSEC) barattoota kutaa 12 ffa hundaa leenjii mata duree guyyoota hafan keessatti qormaata biyyoolessa bara kanaatiif akkamitti akka uf qopheessan irratti gaafa guyyaa boruu 26/08/2016tti sa'aatti 8 :00 irratti liybarary RMSEC TTI akka dhuftanii irraa fayyadamtan kabajaa guddaan isin beeysisfna.🙏

Guyyoota torbaanii keessaa irra kabajamaan guyyaa guyyaa jum'aati. guyyaa kana keessa dagaalee toltuu heddutu jira. Rabb...
01/03/2024

Guyyoota torbaanii keessaa irra kabajamaan guyyaa guyyaa jum'aati. guyyaa kana keessa dagaalee toltuu heddutu jira. Rabbiin warra irraa milkaahu keessa nu haa oolchu.

Ifa nuu galchi yaa rabbii
26/01/2024

Ifa nuu galchi yaa rabbii

Baga geettan baga isinin gahee
21/01/2024

Baga geettan baga isinin gahee

15/01/2024

Mee dhageeffadhu gudii dhageettaa. Yaa haadha

10/01/2024

Nama rakkataa ufii yaadatu rabbiin nu Haa taasisu

Jireenyi AMAANAADHA kitaaba dubbii ijoo uf keessa qabu yeroo dhihootti ni eebbifama
27/12/2022

Jireenyi AMAANAADHA kitaaba dubbii ijoo uf keessa qabu yeroo dhihootti ni eebbifama

Oromoota ...
02/10/2022

Oromoota ...

Halkan Edanaa halkan jum'aati,beeytu kaa isinuu waan dalaguun nurra jiraatu..Nabiyyii kabajamaafi jaalataama ergamaa jin...
29/09/2022

Halkan Edanaa halkan jum'aati,beeytu kaa isinuu waan dalaguun nurra jiraatu..
Nabiyyii kabajamaafi jaalataama ergamaa jinniifii insii gara laafaafi rahamata qabeessa nama iarratti salawaata buusuun shafaa'aa isaanii warra argatu rabbiin nu Haa godhu ALLAAHUMMASALLI ALAA MUHAAMMED,SALLALLAAHU ALEEYHI WASSALLEM

Address

03
Robe
4455

Telephone

+251936138141

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Unkusha Anse posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Unkusha Anse:

Share

Category