Gadaa Roobee

Gadaa Roobee promotion

08/08/2024

የጠፋ ፓስፖርት ለማውጣት መሟላት ያለባቸው ሰነዶች፡-

1. ከጠፋበት አካባቢ የፖሊስ ማስረጃ
2. የታደሰ የቀበሌ መታወቂያ
3. የጠፋው ፓስፖርት መረጃ (የፓስፖርት ቁጥር፣ የተሰጠበት ቀን እና የሚያልቅበት ቀን)
4. የፓስፖርት መረጃ ከሌለዎት አቅራቢያዎ ባለ ኢሚግሬሽን ቢሮ በአካል በመሄድ ማግኘት ይችላሉ።

ከላይ የተጠቀሱትን ሰነዶችን አሟልተው በኦንላይን www.ethiopianpassportservices.gov.et በመመዝገብ 3 ሰዓት ሳያልፍ በመረጡት የክፍያ አማራጭ ክፍያ በመፈፀም የቀጠሮ ወረቀት ፕሪንት አውት በማድረግ ፓስፖርትዎን በመቀበያ ቀን (delivery date) በ7876 የፅሁፍ መልዕክት ሲደርስዎ ባመለከቱበት ኢሚግሬሽን ቢሮ በመቅረብ ፓስፖርትዎን ይቀበላሉ፡፡

ፎቶ እንዲሰጡ ወይም ሌሎች መረጃዎችን እንዲያሟሉ በ7876 በስልክዎ አጭር የፅሁፍ መልዕክት ከደረሰዎት የፖሊስ ማስረጃ እና የቀጠሮ ወረቀት በመያዝ ያመለከቱበት ኢሚግሬሽን ቢሮ በአካል ቀርበው ፎቶ የሚሰጡ ሲሆን በውክልና የማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን፡፡

ማሳሰቢያ፡-
በኦንላይን ሲመዘገቡ የሚያያይዟቸው ሰነዶች በግልፅ የሚታዩና የሚነበቡ መሆን አለባቸው፡፡

የኢሚግሬሽንና ዜግነት አገልግሎት

Paaspoortii bade baafachuudhaaf ragaaleen isin barbaachisan:-

1. Waraqaa ragaa waajjira poolisii irraa
2. Waraqaa eenyummaa haaromfame
3. Odeeffannoo paasportii isin jalaa badee(lakkofsa paaspoortii,yeroo itti kennaamee fi yeroo itti dhumu)
4. Odeefannoo paaspoortii isin jalaa badee yoo hin qabaanne tajaajila immigireeshinii fi lammummaa isinitti dhihoo jiru argachuu dandeessu.

Ragaalee armaan olitti heeraman guuttachuudhaan karaa toora weebsaayitii keenyaa http://www.ethiopianpassportservices.gov.et tiin galmooftanii sa’aa 3 gidduutti karaa toora kaffaltii filattanii qofa kaffaluudhaan waraqaa beellamaa keessanii piriintii gootanii guyyaa itti paaspoortii fudhattan(delivery date) yeroo ergaa barrefamaa gabaabaan 7876 irraa isin qaqqabe tajaajila immigireeshiinifi lammummaa filattanitti dhihaachuun paaspoortii keessan fudhachuu dandeessu.

Suuraa akka kennitaniif 7876 irraa ergaa barreefamaa gabaabaan yoo isin qaqqabe waraqaa ragaa waajjira poolisiifi waraqaa beellamaa keessanii qabattanii tajaajila immigireeshiniifi lammummaa filattanitti qaamaan argamtanii suuraa kan kennittan yoo ta’uu waraqaa ragaa bakka bu’insaatiin tajaajila kan hin kennine ta’uu isin beeksifna.

Hubachiisaa:-
Yeroo galmooftan ragaaleen isin maxxansitan kan dubbifamuufi ifaa ta’uu qabu.

——

Telegram: https://t.me/ICS_Ethiopia
Facebook: https://www.facebook.com/ICSEthiopia
Twitter: https://twitter.com/ics_ethiopia
TikTok: https://www.tiktok.com/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/icsethiopia
YouTube: https://www.youtube.com/
Instagram: https://www.instagram.com/icsethiopia/

23/07/2024

In South Africa;
The new regulations under the Births and Deaths Amendment Act specify that;

The first birth certificate after registration is free, and there are no fees for registering the birth of your child.
As a parent, guardian or any other person legally responsible for the child, you'll need to register your child within 30 days. You’ll need to do the following:

• complete and submit Form BI-24 at a Department of Home Affairs (DHA) office if you’re in South Africa, or at a South African embassy or consulate if you’re overseas,
• bring your ID along, and
• bring a copy of your marriage certificate.
• Remember that your fingerprints will be used as part of the registration process.
• The palm, foot or fingerprint of the child whose birth is being registered is required. Records will be archived.
• Births reported after 30 days have additional requirements and you may need to pay a required fee for the application.

Address

Robe

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gadaa Roobee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share