Waajjira Daldalaa BMSB

Waajjira Daldalaa BMSB Daldallii Seeraan Alaa Gufuu Guddina biyya keenyaati

Jiraatota magaalaa keenya hundaaf gatii bittaa midhaan dheedhii beeksisuu ta'a!!==========================Gatii bittaa a...
28/01/2023

Jiraatota magaalaa keenya hundaaf gatii bittaa midhaan dheedhii beeksisuu ta'a!!
==========================
Gatii bittaa akka magaalaa keenyaatti naannoo gabaa fi mana gurgurtaa midhaan dheedhiitti maxxafame waan jiruuf isiinis kan hubachuun akk! Itti fayyadamtan

Kanaan alaa gurguramee yoo argitaan eeruu akka nuuf kennitaan

Guyyaa 16/2/2015Waajjira Daldalaa BMSB===================Daldaltoota seeraan Alaa irratti tarkaanfiiin fudhatame========...
26/10/2022

Guyyaa 16/2/2015
Waajjira Daldalaa BMSB
===================
Daldaltoota seeraan Alaa irratti tarkaanfiiin fudhatame
==========================
Guyyaa har'aa hojii Gabaa keessatti hojeetameen Daldaltoota seeraan Alaa jechuun namaoota heyyama daldalaa hin qabne irratti tarkaanfiin bulchiinsa fudhatamee Jira haaluma kanaan namaoota waligalli isaani 38 ta'an irratti tarkaanfiiin fudhatame Jira.
Dub 10
Dhi 28
Waligala 38
1 Addabbii qarshii 2,800

Olmaa Gatii Gabaa guyyaa har'aa 2/2/2015
12/10/2022

Olmaa Gatii Gabaa guyyaa har'aa 2/2/2015

Guyyaa 26/1/2015 Tarkaanfii daldalaa Seeraan alaa irratti fudhatame=======================Akka waajjira daldalaa Bmsb ti...
06/10/2022

Guyyaa 26/1/2015

Tarkaanfii daldalaa Seeraan alaa irratti fudhatame
=======================
Akka waajjira daldalaa Bmsb ti sakata'insa Tasa taasifameen simintoon seeraan alaa baay'inni isaa tilmaamaan 200 ol ta'u mana nama dhuunfaatii kuufame fi gatii seeraan alaa(gatii kuntaala tokko qarshii 1600) osoo gurguraa jiruu argamudhaan tarkaanfii bulchiinsaa irratti fudhatamee jira .

Kanaafuu, hawaasni daldaltoota akka kanaa kanarraa off qusachu akka qabuufii yoo gatii mootummaan ka'een alaatti gurguramee yoo argitaan eruu akka nuuf kennitaan isiin hubachiifnna

Hojeetootni waajjira keenyaa hundii Baga Gammadaa !Waajjirri Daldalaa Akka GAONFti Sadarkaa 1ffaa Ba'uun Waraqaa Beekamt...
08/07/2022

Hojeetootni waajjira keenyaa hundii Baga Gammadaa !
Waajjirri Daldalaa Akka GAONFti Sadarkaa 1ffaa Ba'uun Waraqaa Beekamtii fi Kompiteera Badhfame Jira📝☑️🖥️✅

06/07/2022
Gatii simintoo naannoo oromiyaa keessatuu sandaafaa
10/06/2022

Gatii simintoo naannoo oromiyaa keessatuu sandaafaa

10/06/2022
Gatiin suukaraa Akka armaan gadiitti ta'a
09/05/2022

Gatiin suukaraa Akka armaan gadiitti ta'a

Address

Sendafa
Sendafa

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251116860599

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Daldalaa BMSB posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share