KFO Damee Aanaa Alaltuu

KFO Damee Aanaa Alaltuu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from KFO Damee Aanaa Alaltuu, Political organisation, Sendafa.

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo ( Oromo Federalist Congress - OFC  ) Kora Sabaa Lammeessoo ALH'tti Bara 2014 Bitootessa ...
15/03/2022

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo ( Oromo Federalist Congress - OFC ) Kora Sabaa Lammeessoo ALH'tti Bara 2014 Bitootessa 17-18'tti handhuura Oromiyaafi magaalaa guddoo Oromiyaa, Finfinneetti gaggeeffata. Miseensonniifi deeggartoonni dhaabichaa milkii kora kanaatiif qooda keenya akka bahannu waamicha gochaa, kora milkii jenna.
-
Alaltuu, Salaale, Oromiyaa
-

18/02/2022

Obboo Dajanee Xaafaa - Barreessaa I/Aanaa Koongiresii Federaalawaa Oromoo qindeessitoota Koree KFO Shawaa Lixaa Obboo Caalaa Dhiyessa fi Dr. Caalchisaa Faanaa waalin Mana Hidhaa Dirree Dawaatti kan argamu Qindeessaa KFO Harargee Bahaa Obboo Annuwaar Saanii dubbisani jajjabeessaniiru

Labsiin muddamaa kaafameera ega jettanii, hidhamtoota siyaasaa hunda hiikaa!
17/02/2022

Labsiin muddamaa kaafameera ega jettanii, hidhamtoota siyaasaa hunda hiikaa!


15/02/2022

Yaa Alaltuu Laga Roobii!

Address

Sendafa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KFO Damee Aanaa Alaltuu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share