Adaba,oromia, Ethiopia

Adaba,oromia, Ethiopia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adaba,oromia, Ethiopia, City Hall, Shashemene.

Magaala Adaabbaa 🤎
09/03/2024

Magaala Adaabbaa 🤎

waa'ee seenaa Godaanaa Tunii Khanoo maal beettu? seenaa Godaanaa Tunii Khanoo irratti dorgommii qabna.barreeffama gabaab...
29/01/2024

waa'ee seenaa Godaanaa Tunii Khanoo maal beettu? seenaa Godaanaa Tunii Khanoo irratti dorgommii qabna.

barreeffama gabaabaa qopheessuudhan post kan jalatti maxxansaa.

Dorgommicha moo'annaan;
1ffaa kaardii birrii 550.
2 ffaa kaardii birrii 330 ni badhaafamtu.
Dorgommii kan irratti nami hunduu hirmaachuuf mirga qaba.

Ulaagan dorgommichaa:
1, barreeffama qopheessuudhan post kan jalatti maxxansaa.

2, Eegaa barreeffama barreessitanin duba hariyyoota teessan mention goodha itti waammaa akka like isiniif godhan itti himuu qabdan. yo like hedduu argattan garuu dorgommicha salphumatti moo'achuu dandeettan.

HUBACHIISA!
Dorgommiin tun hardha saatii 6 ka guyyaa irraa jalqabdee haga iftaan saatii 6 tti ni adeemsifamti (saatii 48 guutuu ni turti jechuudha) Achii duba nama moo'ate calallii goonee ni maxxansina.

Caarraa Gaarii isaniif hawwina.

27/01/2023
Ambo city
08/09/2022

Ambo city

Adaba peg like sher
24/07/2022

Adaba peg like sher

Nakemte city
24/07/2022

Nakemte city

BAGA GAMMAADAN JIRATONNII MAGALAA ADABBAA AKKASUMAS OROMIYAA GUUTUU. barattuu kutaa 12ffaa kitaaba mata dureensaa Eessaa...
14/07/2022

BAGA GAMMAADAN JIRATONNII MAGALAA ADABBAA AKKASUMAS OROMIYAA GUUTUU. barattuu kutaa 12ffaa kitaaba mata dureensaa Eessaa Akka sii geessuu osoo hin beekin Imala kee hin Eegalin jedhuu Aliyaa Awwaliitin barraahee Hawaasa ishee magaala Adaabbaattif Akkasumas guutuu biyyattif Gahee kiyyaa jechuun qabattee dhufteerti kanaaf sagantaa Eebbaa kitaaba ishee Adoolessaa 24/11/2014 sa'a 7:00 irraa Eegalee waan gaggeeffamuuf Akkaa hirmaattanif kabaajan Affeeramtaniirtuu.
iddoo Eebbaa m/b magaala Adaabbaa.

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adaba,oromia, Ethiopia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category