Ejensii Galmeessa Siivilii Magaalaa Shaashamannee

Ejensii Galmeessa Siivilii Magaalaa Shaashamannee Galmeessi Sivilii Taateewwan Shanan Galmeesse Waraqaa Ragaa (sartifikeetti) Kenna. Dhaloota ,. Gaa'ila,. Hikkaa Gaa'ila,. Du'a to Guddifacha Galmeesse.

14/08/2026
Ejensiin Galmeessa Siviilii Bulchinsa Magaalaa Shaashamannee gamaaggama raawwii bara 2018 fi Sirna beekamtii gaggeesuun ...
06/08/2026

Ejensiin Galmeessa Siviilii Bulchinsa Magaalaa Shaashamannee gamaaggama raawwii bara 2018 fi Sirna beekamtii gaggeesuun kallatti hojii bara 2019 kaayame.
==========

Ejensiin Galmeessa Siviilii Bulchinsa Magaalaa Shaashamannee caasaalee isaa kutaa Magaalaa Fi aanalee Waliin gamaaggama raawwii hojii bara 2018 geggeessuun raawwii fooyyee qaamolee galmeessaniif Sirna beekamtii kennuun kallatti hojii bara 2019 kennameera.

Itti gaafatamaan Ejeensi Galmeesa Sivilii Magaalaa Shaashamannee Obbo Mi'eessoo Waayuu erga dabarsaniin Kaayyoon gamaggama kanaas, raawwii hojii bara 2018 keessatti ciminoota galmaa'an daran cimsuu fi itti fufsiifsuun akkasumas hanqinaalee adda baafaman galtee karoora bara 2019 taasifachuun karoora bara 2019 milkaa'ina olaanaa galmeessuuf kan bu'uureffate tahuu himaniiru.Rakkoo hubannoo jiru fooyyeessaa deemuu, qindoomina hojii cimsuu, qajeelfama mana hojii hubachiisaa deemuu, tooftaa hojii itti raawwannu kaa’uu fi rakkoo kenna tajaajilaa furaa deemuun barbaachisaa fi dhimma murteessaa dha jedhan.

Akka Magaalichaatti daangaa yeroo seeraan taa’e keessatti taateewwan siivilii hunda akkaataa karoorfamaniin milkeessuu irratti xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabus akeekameera.

Dhuma irratti sirni beekamtii kennaa geeba fi seertifikeeta kennamuun sagantichi xumurameera.

Erga Baga Gammaddani!===================Gamaaggama raawwii hojii karoora xiiqii bara 2018 EGSO gaggeesseen  caasaalee sa...
01/08/2026

Erga Baga Gammaddani!

===================

Gamaaggama raawwii hojii karoora xiiqii bara 2018 EGSO gaggeesseen caasaalee sadarkaa Godinaa fi Bulchiinsa Magaalotaa jiran keessa kanneen raawwii hojii olaanaa galmeessiisaniif bu’aa raawwii hojii isaani irratti hundaa’uun sirni beekamtiin kennameera.
Bulchiinsa Magaalotaa keessa ammo, Bulchiinsi Magaalaa Shaashamannee keenya sadarkaa 2ffaa bahuun raawwii hojii olaanaa galmeessiisuun beekamtiin nuu kennameera.
Sirna beekamtii kennu kanarratti argamani Badhaasa kan Fudhatan Daarektarri Olaanaa Ejensii Galmeessa Siviilii Magaalaa Shaashamanne Obbo Mi'eessoo Woyyuu ergaa dabaraaniin milkaa’inoonni bara karoora 2018 keessatti galmeessisne hoggansii fi hojjettoonni sadarkaan jiran qindoominaan waan hojjatama turameef bu’aan olaanaa galmaa’u isa ibsuun, Hojiilee bara karoora 2019 keessatti hojjachuuf karoorfaman milkeessuuf hoggansii fi hojjataan sadarkaan jiru karoora hiixataa fi gara jijjirama olaanaatti nu geessuu danda’uu qopheeffachuun hojitti akka galanis dhaamaniiru.

Adoolessa 01/2018, Ejensii Galmeessa Siivilii Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Qoqqoddii Karoora Hojii  bara  2019 Aana...
08/07/2026

Adoolessa 01/2018, Ejensii Galmeessa Siivilii Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Qoqqoddii Karoora Hojii bara 2019 Aanalee qopha'e irratti Hoggantoota Aanaalee fi Manajiment mana hojii waliin erga irratti mari'ate, dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti Cimsani akka hojjatamu qabu eerame,

24/01/2026

EGSO Amajjii, 2018: Milkaa’ina raawwii hojii keenyaaf qindoominaa qooda fudhattoota fi qabaattoota waliin hojjachuun jijjirama nuuf fide jira jedhan Ittigaafatamaan Ejensii Galmeessa Siivilii Bulchiinsa Magaala Shaashamannee Obbo Mi’eessoo Woyyuu
Galmeessi siivilii haqa mirkaneessuu, sirna bulchiinsa ammayyaa diriirsuu fi tajaajila hawaasummaa saffisaa fi dhaqqabamaa taasisuu keessatti qooda guddaa qabaachuu isa ibsuun, raawwiin hojii kurmaana 2ffaa keessatti raawwachaa turaniin keessattu gama raawwiin hojii waliigalaatiin, qindominaa hojii cimsuu,kenna tajaajila irratti hubannoo kennu, hordoffii fi deeggarsa ittifufiinsaan taasisuu, gamaaggama hojii mana maree galmeessa siivilii waliin gaggeessuun ciminaale fi hanqinaalee mul’atan adda baasuun furmaata kenna jiraachuus ibsaniiru.
Kurmaanoota itti aanan keessatti taatee daangaa yeroo seeraan ta’ee keessatti galmeessuu, mana maree cimsuu, qindoomina jiru cimsuu fi kenna tajaajila kennamuu saffisa fi dhaqqabama ta’e akka kennamu xiyyeeffannoon kan hojjatamu ta’uus ibsaniiru.

Amajji 13/2018, Ejensii Galmeessa Siivilii Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Cheklist Hojii Kurmaana 3ffaa bara  2018  i...
21/01/2026

Amajji 13/2018, Ejensii Galmeessa Siivilii Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Cheklist Hojii Kurmaana 3ffaa bara 2018 irratti Hoggantoota Aanaalee fi Manajiment mana hojii waliin erga irratti mari'ate, Kallatti itti kennun xumurame,

Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti Muddee 30 /2018, Ejensiin Galmeessa Siivilii Supeerviziinii Madaallii Aanaalee kurm...
08/01/2026

Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti
Muddee 30 /2018, Ejensiin Galmeessa Siivilii Supeerviziinii Madaallii Aanaalee kurm.2ffaa gaggeessaa tureen Duubdeebii kenne.
----------
Koreen Supparvizhiinii EGS gara Aanaaletti bobba'an kunniin Duubi-deebii Raawwii Hojii ji'a jaha dhiyeesse irratti mari'ataniiru,

Koreen suppaarvizhiinii Ejensii GS Magaala Riijoo Madaallii,Deeggarsaa fi Hordoffii hojiiwwan gama hundaan kurmaana 1ffaafi kurmaana 2ffaa keessa kutaalee Magaalaa fi Aanalee keessatti raawwatamaan ciminnaa fi hanqinnoota jiran gabaasa dhiheessuun mariin taasifamee jira.

Marii kanaanis Hojiiwwan gurguddoon karoorfaman haala raawwii madaaluu, kenna tajaajila hawaasaa fi kanneen biroo irratti haalli koreen itti hordoffii taasise gaarii ta'uu Hoggantoonni Aanaalee irra dhufan Hojiiwwan harca'anii hafanis karoora hojii itti aanuu keessatti raawwatamuu akka qabu ibsuun, hanqinnoota mul'atanis furuuf caalmatti hojjachuu akka yaada isaani kennaniiru.

01/01/2026

የሲቪል እና ቤተሰብ ምዝገባ
ልደትና ሞት እንዲሁም ጋብቻና ፍቺ የሰው ልጅ ህይወት የሚጀመርባቸው፣ የሚያልፍባቸው እና የሚጠናቀቅባቸው ወሳኝ የህይወት ኩነቶች ናቸዉ። የሲቪል ምዝገባ ሥራ ደግሞ በአንድ ሀገር ዜጎች ላይ ከልደት እስከ ህልፈተ ህይወት የሚከሰቱ እነዚህን ኩነቶች በቀጣይነት፣ በቋሚነትና በአስገዳጅነት፣ የመመዝገብና የማከማቸት እንዲሁም በዋነኛነት ለሕግ፣ ለአስተዳደርና ለስታትስቲክስ ሥራ መረጃ ፍላጎት የማቅረብ ተግባራትን የሚያከናውን ነው።
የኢሚግሬሽንና ዜግነት አገልግሎት የሲቪልና ቤተሰብ ምዝገባ በማካሄድ ዘመናዊ የህዝብ አስተዳደር ስርዓት ማስፈን ዓላማ በመያዝ በአገር አቀፍ ደረጃ ምዝገባውን ያካሂዳል፣ ይመራል፣ ያስተባብራል፣ ይደግፋል፣ ይቆጣጠራል እንዲሁም ያስተዳድራል፡፡
የሲቪል እና ቤተሰብ ምዝገባ ማካሄድ ፡-
➢ ለነዋሪ መታወቂያ ለመስጠት፣
➢ የጋብቻ ህጋዊነትን ለማረጋገጥ፥
➢ የውርስ የንብረት ባለቤትነት እና የመሳሰሉትን መብት ለመጠየቅ፥
➢ የማህበራዊ ዋስትና ጥቅሞችን ለማግኘት፥
➢ ከፍቺ በኋላ የንብረት ክፍፍልን እና የልጆች አስተዳደግ ለመወሰን፥
➢ የዜግነት እውቅናና ፓስፖርት ለመስጠት ፥
➢ የህዝብ ቁጥር እድገት ትንበያ ለመስራት ፥
➢ ለኢንሹራንስ መብት ፥
➢ የመራጭነት ምዝገባ ለማካሄድ እና ሌሎች አስተዳደራዊ፥ ማህበራዊ እና ኢኮኖሚያዊ ጠቀሜታዎች ይሰጣል።
የሲቪልና ቤተሰብ ምዝገባ ማከናወን በግል፣ በማህበረሰብና በአገር ደረጃ የዘመናዊነት መገለጫ ነው፡፡ ስለሆነም ኩነት በተከሰተ ልደት በ90 ቀን ፣ ሞት በ50 ቀን ፣ ጋብቻ እና ፍቺ ደግሞ በ 30 ቀን በማስመዝገብ ለዘመናዊ የሲቪልና ቤተሰብ ምዝገባ ስርዓት ግንባታ የድርሻችንን እንወጣ፡፡

የኢሚግሬሽንና ዜግነት አገልግሎት
ሁሉም የሚታወቅባት ኢትዮጵያ !
————————
ለበለጠ መረጃ የማህበራዊ ሚዲያ ድረ -ገፆችን ይጎብኙ ይወዳጁን
Telegram: https://t.me/ICS_Ethiopia
Facebook: https://www.facebook.com/ICSEthiopia
Twitter: https://twitter.com/ics_ethiopia
TikTok: https://www.tiktok.com/
LinkedIn: https://www.linkedin.com/company/icsethiopia
YouTube: https://www.youtube.com/
Instagram: https://www.instagram.com/icsethiopia/

16/12/2025

Address

Shashemene

Opening Hours

Monday 02:30 - 11:30
Friday 02:30 - 11:30

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Galmeessa Siivilii Magaalaa Shaashamannee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Ejensii Galmeessa Siivilii Magaalaa Shaashamannee:

Shortcuts

Share