Lammii Tasfaayee

Lammii Tasfaayee Onnee kee jalaa deemii garuu sammuu keetitti faayyadamii

Lafaa Tuulamaa deebisuuf mana ilmaa Tuulamaa diguun ilmaa Tuulamaa ijaaruuf carraa iskoolaarshiippii dhaa
17/09/2023

Lafaa Tuulamaa deebisuuf mana ilmaa Tuulamaa diguun ilmaa Tuulamaa ijaaruuf carraa iskoolaarshiippii dhaa

17/09/2023

Youtube kanaa naaf guddisaadhaa share gochuu hin. Dagatiinaa

16/09/2023

Guyyaa lama dura Giddaa Ayyaanaatti “Raayyaa Ittisa Biyyaa nageenya keessan eegaa jiruuf qarshii buusaa” jedhanii uummata silumaa saamamee hiyyoomerraa qarshii 500,000 walitti qabanii sangoota meeqa bitanii qalaniif!

Har’ammoo achumatti, bakkuma Raayyaan Ittisa Biyyaa nageenya keessan eega jedhame sanatti uummanni konkolaataa tokko guutuun haala sukkanneessaadhaan qalameera!

Kan uummata fixu malee kan uummata eegu hin jiru!

Uummanni keenya akka diina ofirraa hin dhorkine:
- Guutummaatti ‘Shanee’ jedhamee maqaan itti mogga’eera
- Shaneedha, shanee deeggartu jedhamee hidhannoofi meeshaa inni manaa qabu hundi mootummaadhaan irraa fudhatameera
- Yoo iyyate shanee, yoo du’e shanee, yoo manni isaa gubate shanee, yoo qabeenyisaa saamame shanee…

- Hattuun immoo ijaaramtee ameessa, qotiyyoofi midhaan nyaataa gurgursiistee uummata harka duwwaatti hambisteetti
- Faannoon qaama mootummaan deeggaramaniifi hidhannoo gurguddaa qaban immoo uummata ajjeesanii, horiisaa isa hafe saamanii, manasaa irratti gubaniiru!

Ayii uummata koo! Fira hin qabdu, mootummaa si eegu hin qabdu! Gabrummaafi gidiraan sirra dheeratte, siif gamte!

Waan dubbannu wallaalle!

Address

Oromiyaa
Sululta
OKAY

Telephone

+251919020210

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lammii Tasfaayee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share