06/08/2025
Adoolessa,30/2017[KAG]
Aanaa Goomoleetti waajjiri fayyaa Aanicha Kennaa tajaajila lammummaa ganna sababeefachuun Hojjattootaa Sekteralee Gamaggama Raawwii hojii bara 2017 irratti argamaniif calaalli dhibbaa dhiiga marsaa 2ffaa taasise jira.