Waajjira Qonna, Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee

Waajjira Qonna, Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee Oomishaa fi omishtummaa itti fufiinsaan guddisuun dinagdee qonnaa gabaan dursamu uumuuf jiruu fi jireenya hawaasaa horsiisee bulaa bu'uuraan jijjiiruu dha.

Adoolessa 28/2019 Waajjira Qonnaa Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee tti  SMS Aanaa turtii torban lamaaf sadarkaa g...
04/08/2026

Adoolessa 28/2019 Waajjira Qonnaa Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee tti SMS Aanaa turtii torban lamaaf sadarkaa ganda tti hojiin isaan deeggaran fi hordofaa turan gabaasni isaanii ilaallama jira.

Gareen SMS Aanaa sadarkaa Ganda tti yeroo marii gara garaa geggeessaa jirtu.
18/07/2026

Gareen SMS Aanaa sadarkaa Ganda tti yeroo marii gara garaa geggeessaa jirtu.

Adoolessa 9/2018 leenjii Eegumsa Miidhaan fi qisaasama Omisha booda Qonnaan Bultoota fi qooda fudhatootaaf sadarkaa gand...
16/07/2026

Adoolessa 9/2018 leenjii Eegumsa Miidhaan fi qisaasama Omisha booda Qonnaan Bultoota fi qooda fudhatootaaf sadarkaa gandoota Aanaa Taltallee hunda tti kenname jira.

Adoolessa 06/2018 Waajjira Qonnaa Horsiisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Taltallee tti Leenjii Eegumsa Miidhan kenname jira.
13/07/2026

Adoolessa 06/2018 Waajjira Qonnaa Horsiisee Bulaa fi Lafaa Aanaa Taltallee tti Leenjii Eegumsa Miidhan kenname jira.

Godina Booranaa Aanaa Taltallee ti Guyyaa Har'a Waxabajjii 18/2018 Leenjii Pakkeejii Mala Qinda'a Misooma fi Kunuunsa Bu...
25/06/2026

Godina Booranaa Aanaa Taltallee ti Guyyaa Har'a Waxabajjii 18/2018 Leenjii Pakkeejii Mala Qinda'a Misooma fi Kunuunsa Bunaa Sadarkaa Gandoota Aanaa Taltallee ti Vedion ergaa kenname booda Qonnaan Bultoota Kenya n mariin bal'aan geggeeffamee jira

Address

398R+QH
Teltele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonna, Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Qonna, Horsiisee Bulaa fi Lafa Aanaa Taltallee:

Shortcuts

Share