Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office

Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office, Public & Government Service, Shawaa Kibbaa Lixaa, Tulu Bolo.

Qonnii utubaa biyyaa Itiiyoophiyatii waan taheef,misoomaa qonnaa hammaayyeessuun induustiriif galtee ol'aanaa gumaachuun dinaagdeen biyyaa guddatee jiruu fi jireenyii hawaasaa foyya'ee arguudha

18/08/2026
Hojii Tolaa oltummaa kanan dura ganda Kaarraa Saddeeqqitti mana haadhaa tokkoo ijaarsaa isaa eegaalame turee yeroo ammaa...
18/08/2026

Hojii Tolaa oltummaa kanan dura ganda Kaarraa Saddeeqqitti mana haadhaa tokkoo ijaarsaa isaa eegaalame turee yeroo ammaa kana sadarkaa suuraan mul'atu kana irraa qaqqabee jira. Qaamoota dhimma kana milkeessuu keessaatti gahee keessaan baatan guddaa galatoomaa, xumurree itti ni galchina .

Godina shawa kibba lixa Aanaa Bachoo  ganda Kaarraa Saddeeqqitti hojiin tola ooltummaa(KTL) hojjaattoota waajjira Qonnaa...
11/08/2026

Godina shawa kibba lixa Aanaa Bachoo ganda Kaarraa Saddeeqqitti hojiin tola ooltummaa(KTL) hojjaattoota waajjira Qonnaa fi lafa sadarkaa Aanaa fi Baadiyyaa,Itti Aantoota Bulchaa Ganda fi Hawaasaa gandaa kaarraa hirmachiseen guyyaa har’aa bakkee keessummoonni godinaa fi Aanaa argamanitti mana haadha tokkoo ijaaruun mana duraan baay’ee dullomee roobaa fi bishaan galchuu keessaa akka bahan taasisame jira.
Odeffannoo dabalaataaf
Telegraamii :-
https://t.me/agriculturetulubolo ykn
https://t.me/waajjiraaqonnaabachoo
Feesbuukii:https://www.facebook.com/Waajjira-Qonnaa-Aanaa-Bachoo-TBollooBecho-Woreda-Agriculture-Office-101962378628296/
Keenyaa nu aragchuu dandeessuu

08/08/2026
04/08/2026

Ergaa Galateeffannaa Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa!:- Adooleessa 27/2018
👉 waamicha akka Biyyaatti Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa biqiltuu miliyoona 800,000 dhaabuuf karoorfame irratti argamuun Abdii boruu dhaabdan:-
✅ koree Qindeessituu Aanaa
✅ Hoggansa Aanaa
✅ hoggansa Gandaa ,Ganda baadiyyaa fi Magaalaa
✅ Hojjattoota Mootummaa hunda
✅ Dargaggootaa fi dubartoota
✅ Qaamoolee Nageenyaa keenya.
✅ q/bultootaa fi jiraataa Magaalaa . Walumaagalatti hojii seenaa qabeessa ta'e dhaloota boruuf bu'uura magariisaa kaa'uu irratti hirmaattan hunda keessan maqaa waajjira Qonnaa,HB fi Lafaa A/Bachoo fi maqaa Uummata A/Bachootiin Galatoomaa jechaa, Biqiltuun har'a Dhaabbate kun akka guddatuu fi bu'aa barbaadamu akka kennuuf kunuunsa Barbaachisaa ta'e akka taasistan adaraa waliin Dhaamsa isiniif Dhaamna. Abdii haa Dhaabnu! Addee Gaaddisee Lammii Itti Aantu Bulchaa fi Itti Gaafatamtu Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Bachoo
Odeffannoo dabalaataaf
Telegraamii :-
https://t.me/waajjiraaqonnaabachoo ykn
https://t.me/agriculturetulubolo
Feesbuukii:https://www.facebook.com/Waajjira-Qonnaa-Aanaa-Bachoo-TBollooBecho-Woreda-Agriculture-Office-101962378628296/
Keenyaa nu aragchuu dandeessuu

Hoolota hadhooli sagantaa Waadaa Saqoooxatiin bitaman guyyaa har'a kennaman
03/08/2026

Hoolota hadhooli sagantaa Waadaa Saqoooxatiin bitaman guyyaa har'a kennaman

biqiltuu dhaabuun egeere biyyaa ijaarudha
03/08/2026

biqiltuu dhaabuun egeere biyyaa ijaarudha

Address

Shawaa Kibbaa Lixaa
Tulu Bolo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Qonnaa Aanaa Bachoo T/Bolloo/Becho Woreda Agriculture Office:

Shortcuts

Share