Haroo wancii

Haroo wancii Wenchi Crater Lake is incredible place, all must see.

It’s a beautiful volcanic crater lake that is famed as “Africa Switzerland”, it is also home to natural forests, hot springs, and waterfalls.

07/05/2026

Haroo Wancii

Finfinnee kan eenyuuti gaaffin jedhu eessaa dhufee?Yaada wabiin deegarame deebiif Comment jalaa dubbisaa
25/03/2026

Finfinnee kan eenyuuti gaaffin jedhu eessaa dhufee?
Yaada wabiin deegarame deebiif Comment jalaa dubbisaa

Haroo Wancii, Bakka gammachuu fi boqonnaa.Bishaan qulqulluu fi uumama bareedaa kana keessatti kan hin bohaaree eenyu. Ak...
16/03/2026

Haroo Wancii, Bakka gammachuu fi boqonnaa.

Bishaan qulqulluu fi uumama bareedaa kana keessatti kan hin bohaaree eenyu. Akkuma haroon kun nagaa fi bosonaan marfame, jireenyi keenya illee gammachuu fi badhaadhinaan haa guutamu. 🙏

Wanchi Crater Lake is a perfect destination for outdoor activities such as hiking, cycling, running, swimming, boating, horse riding and camping, allowing vi...

Dhaloota akka kee mindaa kanaan barsiisuun lama du'uudha jedhe barsiisaan farrisaan tokko.
09/01/2025

Dhaloota akka kee mindaa kanaan barsiisuun lama du'uudha jedhe barsiisaan farrisaan tokko.

Kanas arguuf jirra! Yaa Haroo wancii, Jannata LafarraaHaroo Wancii – The Sacred Mirror
09/12/2024

Kanas arguuf jirra!
Yaa Haroo wancii, Jannata Lafarraa

Haroo Wancii – The Sacred Mirror

08/12/2024
With Christ Embassy Ethiopia  ZONE – I just got recognised as one of their top fans! 🎉
30/07/2024

With Christ Embassy Ethiopia ZONE – I just got recognised as one of their top fans! 🎉

Hubannoo Dr.Abiy Technology irratti qabu. Namoonni heddun osoo akka Dr. Abiy yaaduu danda'anii. Biyyi keenya Jijiiramuuf...
04/07/2024

Hubannoo Dr.Abiy Technology irratti qabu. Namoonni heddun osoo akka Dr. Abiy yaaduu danda'anii. Biyyi keenya Jijiiramuuf yeroon hamma. Garuu ...... 🥸Gandaa fi Aanaa jedha. Please "Ati yaa isa raftee dammaqi", MQ

Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa walgahii idilee 36ffaa Kutaa 2ffaa

Address

Woliso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haroo wancii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Haroo wancii:

Share