Waajjira Dhimmaa Hojjetaaf Hawaasummaa A/Dilloo

Waajjira Dhimmaa Hojjetaaf Hawaasummaa A/Dilloo โœ“ ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘œ๐‘œ ๐ป๐‘Ž๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘Ž ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘–๐‘โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž ๐‘š๐‘ข๐‘‘๐‘‘๐‘Ž๐‘ก๐‘Ž๐‘› ๐‘“๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘‘๐‘ข.

Godina Booranaa Aanaa Dilloottii,Sosochiin Buusaa Gonofaa Namoota gumaa dhaban gumeessuun akkuma itti fufeetti jira.Onko...
27/10/2022

Godina Booranaa Aanaa Dilloottii,Sosochiin Buusaa Gonofaa Namoota gumaa dhaban gumeessuun akkuma itti fufeetti jira.

Onkoloolessaa 17/2015tti, Godina Booranaa Aanaa Dilloottii Sosochii Buusaa Gonofaatiin hawaasii ganda ๐— ๐—ฎ๐—ฎ๐—ด๐—ผ๐—น๐—ฒ๐—ฒ namootaan sababa Hongee bonaatiin Guma guutuu dhaban marsaa 2Ffaaf Re'ee 52 fi loon 30 walii galaa horii 82 Abbaa Warraa 69tif deeggarsa taasisanii jiru

Hojii booonsa hawaasi Ganda Maagolee hojjatee, kan Irrattii jiltii Bulchaa bulchiinsa Aanaa Dilloo Aabba ๐— ๐˜‚๐˜‚๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—›๐˜‚๐—พ๐—พ๐—ฎ๐—ฎtin durfamtuu akkasumas koreen Qindeendeessituu Aanaa kan akka ๐—œ/๐—š/Paartii Badhaadhinnaa Aabba ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฏ๐—ฎ ๐—›๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ ,๐—œ/๐—”/Bulchaa Aanaa Aabba ๐—ง๐˜‚๐˜‚๐—ธ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—ช๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ถ๐˜†๐—ผ๐—ผ fi ๐—œ/๐—š/Ijaarsa paartii Aabba ๐—”๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ ๐—›๐˜‚๐—น๐—น๐˜‚๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ irratti argamanii jiru.

hawaasi Ganda Maagalee Buusaa gonofaan Aadaa fi duudhaa Wal gargaarsa uummata Oromootii jechuun, namootan gumaa horii gandaa maagolee keessatti sababa bonaatin dhabaniif,
waan diqqoo bonii itti hambisee,isaan horiin lama itti hafee tokko biraa keennuun Abbaa Warra 69 gumeessuu isaanii himan

Abbootiin warraa deeggaraman qaamolee qarqaarsa isaaniif tolchan galateeffachuun, rakkoo tanallee waaqii keessaa nu baasinnaa jechuun,horii hardha nuuf keenname kana yoo waaqii nuuf horsiise nuutis qaama rakkate kan biraatin ni deeggarraa jedhan.

I/G/Waajjirra Buusaa Gonofaa Aabba ๐—ฅ๐—ผ๐—ผ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐——๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐˜€๐—ผ๐—ผ Dabalatee, Koreewwaan guyyaa hardhaa deeggaarsa kana irratti argaman akka jedhanittii, sosochiin walgargaarsa ta Buusaa Gonofaa akka Aanaa keennatti uummatii waliif taasisaa jiru kana nama boonsuuf Abdii namatti horu waan ta'eeffi fuula-duraafillee kana caalaa cimee itti fufuu akkaa qabuu dhaamani jiru.
Akkasumas Qaamolee milkaa'innaa hojii tanaatiif dhama'aa turan galateeffatani jiru.

๐—•๐˜‚๐˜‚๐˜€๐—ฎ๐—ฎ ๐—š๐—ผ๐—ป๐—ผ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฐ๐—ถ๐—บ๐—ฒ๐—ฒ ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ๐—ถ ๐—ณ๐˜‚๐—ณ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ฅ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ผ๐—ผ ๐—ต๐˜‚๐—ป๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฐ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐—ฒ๐—ฒ ๐—ด๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ป๐—ถ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฏ๐—ฎ๐—ป๐—ป๐—ฎ!

Godinaa Booranaa Aanaa Dillooti Waajjiraa dhimma hojjataa  fi hawaasummaa  Aanaa DillooAyyaana Maanguddootaa bifa baay'e...
11/10/2022

Godinaa Booranaa Aanaa Dillooti Waajjiraa dhimma hojjataa fi hawaasummaa Aanaa Dilloo
Ayyaana Maanguddootaa bifa baay'ee Bareedaa taheef Bifa owwaan Kabajameerraa.

Onkolollessa 01/2015 tti aayyaanni manguddotaa kabajameraa.

Ayyannichii Mataa Duree
"Maanguddoon Fanaa Seenaa Ganamaatti,
Galfataa dhaloota Haraati"
"Maanguddoon Maddaa Qaroominatti...!"
Jedhuun Yoo kabajamuu Bakkaa Kabajamoo I/A Bulchaan Aanaa Dilloo Aabaa Tukkaalee Waariyyootiif I/G Waajjira Dhimmaa Hojjetaf Hawaassumma Aanaa Dilloo Aabaa Liibaanii Haroo Argamaniiti Bifaa Oowwaan kabajamaa jiraa.

Ayyaanni maanguddoota kuni Akka biyyaati marsaa 31ffaaf kan kabajame yo ta'uu Akka Aanaa keennaati marsaa 6ffaaf kan kabajamee yo ta'uu guyyaa hardhaa Iddoo manguddoota Aanichaa hirmaachiseeti qindeessummaa Waajjira Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Aanaa Dilloottiin kabajamera.

Ayyaanichaa sababeeffachuun deeggarsii qaamolee gargaratiif taasiifamee jira.

Qaamoleen deeggaraman
1) Maanguddootaa hirkoo hin qabnee
2) Daa'iimmaan haadha fi Abbaa hin qabnee fi harkaa qalleeyyii adda addaa. Gosootii deeggarsaa.
1) Deebteraa Darzana = 10
2) Qaalama pact = 1
3) uffaataa adda addaa (wuulkii, shiddaaf surree, fkkf.)
Waalummaa galatti namoonni deeggarama

โˆš Maanguddootaa hirkoo hin qabnef namotaan 10 uffaataa tokko tokko kennaamef jiraa.

โˆš Barattootta maatii harka Qaleeyyi:- 20
Tokkon tokkon isaanitif deebteraaf jahaf (6) qalaamaa lamaa lamaaf uffaata tokko tokko kennamef jiraa.

Hirmaatootni aayyaana kana irraatti hirmaamataan Maanguddotaa aanaa Dilloo maraaf hojjaatoota seekteraallee hundaatti.
"Maanguddoonni tenna,Haayyootaa tennaaa"

hawaasa Aanaalee Godina Booranaa garaagara irraa akkasumas biyyaa keeniyaa irraa sababaa hongee Bonaatiin Horiin Godaana...
01/10/2022

hawaasa Aanaalee Godina Booranaa garaagara irraa akkasumas biyyaa keeniyaa irraa sababaa hongee Bonaatiin Horiin Godaananii Aanaa Dilloo qubataniif,koreenTaksifoorsii Aanichaa hordoffii fi Deeggarsa taasifteef.

Fuulbana 20/2015 Godina Booranaa Aanaa Dilloottii hawaasa Aanaalee Godina Booranaa garaagara fi biyyaa keeniyaa irraa sababaa hoolaa Bonaatiin buqqa'ani Aanaa Dilloo qubataniif,koree Taksifoorsii Aanichaa deeggarsaa fi hordoffii taasifte.

Hawaasi kun sababaa hoolaa bonaatin horiin godaananii Aanalee Godina keennaa kan akkaa -Aanaa Dubluuqii,
Aanaa Dhaas,Aanaa Miyoo,Aana Dirree,fi Aanaa Yaaballoo.

Biyyaa Keeniyaa irraa Ganda akka foroolee fi El haadhii irraa walii galaa Horii abbaa warraa,karraa 182 yoo ta'an Koreen Taksifoorsii Aanichaa I/A/bulchaa bulchiinsa Aanaa Dilloo Aabb ๐“๐ฎ๐ฎ๐ค๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐–๐š๐š๐ซ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐ข๐ง durfamtuu,qaaman biraa ga'uun miidhaan nyaataa kuntaala 36 deeggarsa taasifteefi jirtii.

Sababii Deeggarsi kun taasifameef hawaasa Aanaa Dilloo deeggarsii walii ga'ee ossoo hin taanee.Abbootin warraa fooran godaantee gara Aanaa keennaa dhuftee kun rakkoon cimtuun saaxilamaa waan jiraniif,Waan diqqoo harkaa qabnuun nama akka hamaa jiru qulaamsufi jedhan Aabb Tuukalee Waariyoo

๐—ช๐—ฎ๐—ฎ๐—พ๐—ถ๐—ถ ๐—š๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ฒ๐—ฒ ๐—•๐—ผ๐—ป๐—ฎ๐—ฎ ๐™‰๐™ช๐™ช ๐—Ÿ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ๐˜€๐˜€๐—ถ๐—ป๐—ป๐—ฎ!

Hawaasii tuffii hojii dhiisee ilaalcha Aadaa hojii gaarii qabaachun dhuunfanis ta,ee Diinagdee biyyaatif murteessadhaa j...
29/09/2022

Hawaasii tuffii hojii dhiisee ilaalcha Aadaa hojii gaarii qabaachun dhuunfanis ta,ee Diinagdee biyyaatif murteessadhaa jedhameโ€ผ๏ธ

Fuulbana 19,2015-Godina Booranaa Aanaa Dillootti Hawaasi Aanichaa ilaalcha Aadaa hojii gaarii qabaachun Eegattummaa fi Hirkattummaa jalaa ba'ee Diinagdeedhan badhaadhuf hojii tuffii dhiisun murteessaadhaa jedhan,
bulchaan Aanaa Dilloo Aabb ๐™ˆ๐™ช๐™ช๐™จ๐™–๐™– ๐™ƒ๐™ช๐™ฆ๐™ฆ๐™–๐™–.

bu'urumaa kanaan guyyaa 18/1/2015 bulchaan bulchiinsa Aanaa Dilloo Aabb ๐Œ๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐š๐š ๐‡๐ฎ๐ช๐ช๐š๐š,Aadaa fakkeennummaa hojii gaarii hawaasi akka qabaatuf jecha ,tol-Ooltummaan kophee Qulqulleessan.

Akkuma beekkamuu,haali jireennii hawaasa horsiisee bulaa qonnii
waan hin jirreef horsiisa horii qofa irratti kan hunda'ee.ta,uun isa
beekkamaadha.

Sababaa Roobii Gannaa fi hagayyaa wal gula dhabameef, hoolaa bonaa jabaatteen,hawaasi qabeennaa Horii qeencaa ittiin jiraataa turee dhabamuun,harka qullaattii hafee rakkachaa kan jiruudha.

Akkasumas Diinagdee magaalaa fi baaddiyaa walittii hidhata waan qabuuf bittaaf gurgurtaa irrattiis hanqinnii umameera.

bonii waan waaqii fide,waan waaqii fidee furmaati kadha waaqa qofa.kanaaf jabannee waaqa kadhachuu qabna.
kadha cinaattii Carraaqqii hojii qabaachuu mallee.

Kanaaf hoola jabduu bonaa tan dandamachuuf hojii tuffanne, harka marree taa'u irraa
โœ“kan goomittaa qabuu gara daldalaatti Adda addaatti.
โœ“kan Hogummaa adda addaa qabuu listiroo irra kaasee gara hogummaa isaattii.
โœ“kan Namuusaa fi Amanamummaa qabuu hoteloota abbaa dhuunfatti qaxaramuu hojjachuu.
โœ“kan humna qabu,Qensiira adda addaa hojii dhoobbaa mana irraa kaasee namuu waan dandee'uun tattaaffii hojii taasisun dhuunfa isaa akkaa jijjiirattu,Bulchaan Bulchiinsa Aanaa Dilloo Aabb ๐™ˆ๐™ช๐™ช๐™จ๐™–๐™– ๐™ƒ๐™ช๐™ฆ๐™ฆ๐™–๐™–.hojjatanii agarsiisun yaaamicha hojii taasisan.

๐——๐—ฒ๐—ฒ๐—บ๐˜€๐—ถ ๐—ธ๐—ถ๐—น๐—ผ๐—ผ๐—บ๐—ฒ๐˜๐—ถ๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—ต๐—ฒ๐—ฑ๐—ฑ๐˜‚๐˜‚ ๐˜๐—ฎ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ณ๐—ถ๐—ถ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฒ๐—ฒ๐—ด๐—ฎ๐—น๐—ฎ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐˜๐—ฎ'๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ ๐˜ฝ๐™ค๐™ง๐™ž ๐™ˆ๐™ช๐™ก๐™ก๐™–๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™› ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐—ฎ ๐™๐™–๐™ง๐™™๐™๐™– ๐™˜๐™ž๐™ข๐™–๐™ฃ๐™ž๐™ž ๐™๐™ค๐™Ÿ๐™Ÿ๐™–๐™˜๐™๐™ช๐™ช๐™ฃ ๐™ข๐™ช๐™ง๐™ฉ๐™š๐™š๐™จ๐™จ๐™–๐™–

Mana Maree Nageenya โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿคโ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”Ful 11-2015 Godina Booranaa Aanaa Dilloottii Waltajjiin Idile...
21/09/2022

Mana Maree Nageenya
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”
Ful 11-2015 Godina Booranaa Aanaa Dilloottii Waltajjiin Idilee mana Maree Nageenya Gaggeefamera.

โˆšXiinxala haala Kutaalee hawaasa garaagaraa Xiinxaluu.
โˆšDhimma nageenya haala biyyaa,Haala Godinaa,Haala Aanicha,haala Gandoota,haala Daanga keessa fi Alaa.
โˆšHaala Walii Galaa fi haala Yeroo irratti Gad-fageenyan ilaaluun Danda'ameera.

Haaluma kanaan Hojiin Nageenya yeroo hunda dagatamuu akka hin qabne,haala naannoo keenyaa beekuu dandaโ€™uu,har'aa gandi keenya nagaa jannee of dagachuu akka hin qabnes kaasanii jiru.
Nageenyii bu'uraa waa hundaati,bakka nageenyi hin jirretti misoomaa yaadamee galmaan gahuu hin dandeenyu waan taโ€™eef nageenyaaf dursaa kenniine hojechuu qabna jechuudhan Wali Galte Irra Gahuun Xummurameera.

Godina Boranaa Aanaa Dillootti Koree Taksifoorsii Aanaatiif Waajjirii Kominikeeshiknii waliin ta'uun hojii Deeggarsa fi ...
21/09/2022

Godina Boranaa Aanaa Dillootti Koree Taksifoorsii Aanaatiif Waajjirii Kominikeeshiknii waliin ta'uun hojii Deeggarsa fi Hordoffii Haala bonaa,Gandotatti gadi bu,uun waan hawaasi keessa jiru ilaalun,deeggarsa miidhan nyaata taasisan!!

Fuulbana, 11/2015-Godina Booranaa Aanaa Dillootti Aanaa Dillootti Koree Taksifoorsii,I/G/Waajjira Fayyaa Aabb Duuba munii fi I/G/Waajjira Buusaa Gonofaa Aabb Roobaa Dabbasootin durfamtuu fi Waajjirii Kominikeeshinii waliin ta'uun hojii Deeggarsa fi Hordoffii Haala bonaa,Gandotatti gadi bu,uun waan hawaasi keessa jiru ilaalun,akkasumas waan harkaa qabaniin deeggaesa taasisan.

Koreen taaksifoorsi kun Gandoota akka Maagolee fi Ganda Dilloo baaddiyyaatti hordoffii yeroo geggeesitu sababaa bonaa kanaatiin jaarrolee qaqallatee ilaaluun waan harkaa qabduun midhaan nyaataatii fi zayitaan deeggarsa taasiste.

Yeroo ammaa Aanichatti haallii bonaa,cimaaf yaaddessa waan ta'eef hordoffii fi deeggarsi wal irraa hin cinnee akkaa taasifamu koreen taaksifoorsi Aanaatiifi taa Gandaa marii geggeesiteen guyyaa guyyaan sadarkaa Gandaati hordoffiin akkaa taasifamu walitti dhaamatan.

gargaarsi guddaan kaa waaqaa waan ta'eefi waaqi gaalee Bonaa nuu laafisinna!

Godina Booranaa,Aanaa Dillootti ๐—š๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ fi ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐˜๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ถ sekteraalee mootummaa hundii walitti bahuudhan hojii tola...
20/09/2022

Godina Booranaa,Aanaa Dillootti ๐—š๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ fi ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐˜๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ถ sekteraalee mootummaa hundii walitti bahuudhan hojii tolaa Ooltummaatin ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—›๐—ฎ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ
๐—ค๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜†๐˜†๐—ถ๐—ถf ijaaranโ€ผ๏ธ

Fuulbaana10/2015 - Godina Booranaa Aanaa Dillootti,๐—š๐—ฒ๐—ด๐—ด๐—ฒ๐—ฒ๐˜€๐˜€๐—ถ๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ฎ fi ๐—›๐—ผ๐—ท๐—ท๐—ฎ๐˜๐˜๐—ผ๐—ผ๐˜๐—ถ๐—ถ mootummaa sekteraalee
hundaa,walitti bahuudhan hojii Tolaa Ooltummaatin ๐— ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ ๐—›๐—ฎ๐—ฟ๐—ธ๐—ฎ ๐—ค๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฒ๐—ฒ๐˜†๐˜†๐—ถ๐—ถ๐—ณ ijaaranโ€ผ๏ธ

Ijaarsi kun iddoo bulchaan Aanaa Dilloo,Aabb ๐Œ๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐š๐š ๐‡๐ฎ๐ช๐ช๐š๐š ๐Ÿ๐ข ๐Š๐จ๐ซ๐ž ๐๐ข๐ง๐๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง Aanaa hundii jiranitti kan eegalame yoo ta'u hojiin tajaajila tol'Ooltummaa hojjatamaa jiru,kun bifa addaatiin eegalamee raawwachuu waan qabuuf yeroo gabaabduutti akka xummuramu abdii qaban ibsuun akkasumas hordoffiin fi deeggarsii cimee kan itti fufuu ta'u ibsan.
hojjatamuun mana harka qalleeyyii kun rakkoo hawaasa keennaa hiikuun cinaatti,dhaloota itti aanuuf aadaa wal gargaarsaafi walii tumsuu,dabarsuuf gumaacha olaanaa kan qabuudha jedhan,Aabb ๐Œ๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐š๐š ๐‡๐ฎ๐ช๐ช๐š๐š.

Harka qalleettiin manni ijaarameef Addee ๐—ซ๐˜‚๐—ฟ๐˜‚๐˜‚ ๐—š๐—ผ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฎ,deeggarsa ummanni taasisaafi jiruu abdii kan ittii horee fi baayyee itti gammaduu isaanii ibsaniiru.

๐™’๐™–๐™ก ๐™œ๐™–๐™ง๐™œ๐™–๐™–๐™ง๐™ช๐™ฃ ๐™™๐™ช๐™ง๐™ž๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™ช๐™ช ๐™ฃ๐™ช๐™ช๐™› ๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– ๐™ฌ๐™–๐™–๐™ฃ ๐™ฉ๐™–,๐™š๐™š๐™› ๐™–๐™–๐™™๐™–๐™– ๐™™๐™–๐™ฃ๐™จ๐™–๐™– ๐™ฉ๐™–๐™ฃ ๐™๐™–๐™– ๐™Ÿ๐™–๐™—๐™š๐™š๐™›๐™›๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ช๐™ชโ€ผ๏ธ

***GALATA GUDDAA QABDAN ISAAN MARTII***Qalbiin jalaalaa Fi naasuu qabdu rakkoo dhuftee keessatti rakkata biraa dhaabbatt...
15/08/2022

***GALATA GUDDAA QABDAN ISAAN MARTII***

Qalbiin jalaalaa Fi naasuu qabdu rakkoo dhuftee keessatti rakkata biraa dhaabbattee malkaa dabarsitii.

Warri Finnaa Goodina Boraanaa irraa ilmaan tennaa biraa Dhabbatan, akkasummaa bulchoota Aanaa Dilloo,Koree qindeessituu Aanaa fi Geeggeessaaf hojjatoota Mootumma Aanaa Dilloo,mana murtii Aanaa Dilloo ,Waajjira Fayya, Waajjira hojjetaf Hawaasummaa Aanaa Dilloo hundinuu akkasumas warri Aanalee Biraa irraa Maqaa Buusaa Gonofaatiin deeggarsa ijoollee Lamaan Qaamaa miidhamtoota fi irraatti hirmaattani hagaa humnaa teessani deeggarsa gootaniif Miilaa tataaniif Barumsaa warraa sababa waan demuun dhabutiin addan kutan miilaa tataaniifi barumsa warra itti fufsiistani cufaa Galati keessan waan Afaanin ibsuu dandahaniniti, waan boonsa (muuxanno Gaarii) dhalootaaf fakkeenya Gaarii tahuu hojjatani. warra qarshii fi deeggarsa karaa miidiyaatiin warra deeggaru barbaadu cufaa biraan geettani akka hojii idilee teessanitti fudhattani hojjatani cufti maqa nama dhahani keessa hin bahani Galati keessan gudda, Bakka isaan keessa baaftani waaqi itti isaan guuttiinaa, dadhabbi humna teessani waan namaaf waaqilleen jaalatuu hojjattani Horaa Bulaa Deebana. galataa guddaa
qabdan Ulfaadha.!

Dhadacha Kenna Tajaajila Mana Hojii Mootummaa!! ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐ŸคHag. 5-2014 Aanaa Dilloottii Dhadachi Kennaa Tajaajilaa mana Ho...
11/08/2022

Dhadacha Kenna Tajaajila Mana Hojii Mootummaa!!
๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿค
Hag. 5-2014 Aanaa Dilloottii Dhadachi Kennaa Tajaajilaa mana Hoji Mootummaa I/A Bulchaa,Puulii lamaan irraa ammoo IG Waaj. Bulchiinsa fi I/G Waaj PSQN kan Hirmaachise Gaggeefameera.

Kenniisa Tajaajila Hojii Mootummaa fooyyesuuf keessattu itti quufiinsa Uumataa dabaluuf,Tajaajila uummata ariitin/saffisa barbaadamuun akka raawatamuu,Komii Hojattoota,komii Sekteraa fi Sekteraale Jidduuti akkasumas Hojattoota Tajaajila uummata iratti rakkoo qaban furmaata kaa'uuf ykn Hiikuf Sadarka aanatti Dhadachi Kenna Tajaajila hundeefamuun isaa ni Yaadatama.

Karoora bara 2015 milkeesuf Tajaajila Keenya sirreesuf galma qabame amuma irraa ofi qopheesun fi jajaajila mana Hojii sirreesuf imala badhaadhina Eegalame Cinaa Hiriirun Gahee tokkoon tokkoon Keenyaa bahu qabna.

Haaluma kanaan Oolma dhadacha Guyyaa Hardha gaggeesen Komiiwwan garagaraa dhiyaate ilaalun Yeroo itti Aanuuf murtee dabarseera.

Address

Borana
Yabelo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dhimmaa Hojjetaaf Hawaasummaa A/Dilloo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Dhimmaa Hojjetaaf Hawaasummaa A/Dilloo:

Shortcuts

Share